Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa


Ijaarsa Daandii Bonaa fi Gannaa



Yüklə 1,97 Mb.
səhifə3/42
tarix03.01.2022
ölçüsü1,97 Mb.
#39165
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   42
Ijaarsa Daandii Bonaa fi Gannaa

Bara 2003-2007 tti hojiiwwan ijaarsaa pirojaktoota daandii bonaa gannaa fi riqoota garagaraa dheerina waliigalaa km 1,272.06 Qr Biiliyoona 3.15 karoorafchuun hanga dhuma karoora Guddinaa fi Taraansfoormeeshiniitti hojii ijaarsa daandii km 980.87 Qr Biiliyoona 3.23 raawwatee jira.

      1. Suphaa daandii

Gama suphaa daandiitiin ammo suphaa salphaa fi cimaa km 26,414 fi Qarshii Miiliyoona 598.57 ta’u karoorafachuun (irra dadeebii) kana keessa sababa suphaan gama abbaa daanditiin haa hojjatamu jedhamee murtaa’eef hojiin suphaa kun kan gaggeeffame hanga dhuma 2005tti kan hojjatame yoo ta’u raawwin isaas km 13,187.28 Qarshii Miliiyoona 301.46 n suphuun tajaajiila walirraa hin cinne akka kennuu godheera.
Walumaagalatti IIDOn hanga ammaatti ijaarsa daandii bonaa fi gannaa, suphaa daandii, ijaarsa riiqootaa goodiinaalee fi aanaalee Oromiyaa garaagaraa keessatti ijaaruun fayyadamummaa ummataa mirkaneessaa jira.

Gabate- 2


Yüklə 1,97 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   42




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin