a. Komeewwan bu’aa madaallii fi badhaasaa sadarkaa Waajjira ol’aanaairraa dhihaatuu fi Damee irraa ol’iyyannoon dhihaatan ni ilaala, bu’aa isaas ni sakatta’a. Yaada murtii qaama mirkaneessuuf ni dhiyeeassa. 32
b.Barbaachisaa yoo ta’ee argame ragaa koree madaallii fi badhaasaa koree daka jiru irraa akka dhiyaatu ni taasisa. 32
c. Bu’aa madaallii fi badhaasaa adeemsa waliigalaa ni sakatta’a. 32
d.Qaamni komee dhaggeeffatu murtee guyyoota taa’an keessatti qaama komee dhiyeeffateef barreeffamaan ni kenna, ni beeksisa, garagalchaan hogganaa sadarkaa sadarkaan jiraniif ni dhiyeessa. 32