Intarpiraayizii Sanyii Filatamaa Oromiyaa Maanuwaalii Sirna Madaallii fi Badhaas


Adeemsa Madaalliin Adeemsaalee/ gareewwan Ittin Raawwatamu



Yüklə 487,08 Kb.
səhifə12/67
tarix10.01.2022
ölçüsü487,08 Kb.
#101050
1   ...   8   9   10   11   12   13   14   15   ...   67

Adeemsa Madaalliin Adeemsaalee/ gareewwan Ittin Raawwatamu


  1. Galma ga’iinsa iskoorkaardii Adeemsaalee/ gareewwan qophaa’ee kallattii madaallii afran (faayinaansii/baajata, maamila, adeemsa hojii keessaa fi ijaarsa dandeettii) irratti hundaa’uun bu’aa argame 70% madaaluudhaan;

  2. Madaalliin madda ragaa suppervizyinii Adeemsaalee/Gareewwan kan hammatu koree supperviiyzinii caaseffama Intarpiraayizichaa sadarkaa sadarkaan jiran % 10 keessaa kan madaalamu ta’a.

  3. Madaalliin madda ragaa maamilaa/qooda fudhattootaa kan gaggeeffamu koree madaallii fi badhaasaa caasaa ISFO sadarkaa sadarkaan jiran % 10 keessaa kan madaalamu ta’a.

  4. Madaalliin madda ragaa hoogganaa dhiyoo kan gaggeeffamu qaama dhiyyeenyatti hojii kallattiidhaan isaan gageessanii fi yeroo yerootti raawwii hojii isaanii hordofaa jiraniin % 10 keessaa kan madaalamu ta’a.

      1. Yüklə 487,08 Kb.

        Dostları ilə paylaş:
1   ...   8   9   10   11   12   13   14   15   ...   67




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin