Intarpiraayizii Sanyii Filatamaa Oromiyaa Maanuwaalii Sirna Madaallii fi Badhaas


Qaama Abbummaan Madaallii Gaggeessu



Yüklə 487,08 Kb.
səhifə14/67
tarix10.01.2022
ölçüsü487,08 Kb.
#101050
1   ...   10   11   12   13   14   15   16   17   ...   67

Qaama Abbummaan Madaallii Gaggeessu


  • Koreen madaallii fi badhaasaa sadarkaa intarpiraayizichatti ijaaramu, akka waliigalaatti madaallii sadarkaa Intarpiraayizichaatti jiru abbummaan ni geggeessa akkasumas madaallii sadarkaa sadarkaan jiru ni qindeessa; koree madaallii sadarkaa dameelee fi qonnaalee ijaaramu ni deeggara.

  • Koreen madaallii fi badhaasaa sadarkaa dameeleetti ijaaramu, akka waliigalaatti madaallii sadarkaa dameeleetti jiru abbummaan ni geggeessa akkasumas madaallii koree madaalli fi badhaasaa sadarkaa qonnaaleetti jiru ni deeggara.

  • Koreen madaallii fi badhaasaa sadarkaa qonnaatti ijaaramu, akka waliigalaatti madaallii sadarkaa qonnaaleetti geggeeffamu abbummaan ni geggeessa.

  • Walumaa galatti angoo fi gaheen hojii koree madaallii fi badhaasaa sadarkaa sadarkaan hundeeffamu maanuwaalii sirna madaallii fi badhaasaa kana keessatti gadi fageenyaan kan ibsame ta’a.

    1. Yüklə 487,08 Kb.

      Dostları ilə paylaş:
1   ...   10   11   12   13   14   15   16   17   ...   67




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin