Intarpiraayizii Sanyii Filatamaa Oromiyaa Maanuwaalii Sirna Madaallii fi Badhaas


Ulaagaa Miseensonni Koree Madaallii fi Badhaasaa Itti Ramadaman



Yüklə 487,08 Kb.
səhifə16/67
tarix10.01.2022
ölçüsü487,08 Kb.
#101050
1   ...   12   13   14   15   16   17   18   19   ...   67

Ulaagaa Miseensonni Koree Madaallii fi Badhaasaa Itti Ramadaman


Sirni madaallii fi badhaasaa kaayyoo barbaadameef ga’uu akka danda’u kanneen murteessan keessaa tokko qulqullinaa fi ga’umsa miseensota koreeti. Haaluma kanaan, ulaagaan miseensonni koree ittiin filataman:

  1. Ga’umsa Teekiniikaa

  • Hubannoo sirna madaallii fi badhaasaa qabaachuu

  • Hubannoo fi kutannoo hojiiwwan rifoormii irratti qabu

  • Ga’umsa ogummaa bu’uuraa ICT kan qabu

  • Haala Caasaaa Intarpiraayizichaaa sadarkaa isaatti argamu hubannoo kan qabu

  • Aadaa koreen hojjechuu fi quunnamtii gaarii kan qabu

  • Dandeettii ragaa sassaabuu, qindeessuu , xiinxaluu fi yaada furmaataa hojjechiisuu danda’u dhiyeessuu kan danda’u

  • Duub-deebii ifa, sirrii fi faayidaa-qabeessa dhiyeessuu kan danda’u,

  1. Ga’umsa Amalaa (ethical competency)

  • Fakkeenyummaa gaarii kan qabu

  • Loogummaa irraa biliasa kan ta’e

  • Yeroo hojii kan kabaju

  • Amanamaa kan ta’e

  • Icciitii kan eegu fi kkf guutuu qaba.

    1. Yüklə 487,08 Kb.

      Dostları ilə paylaş:
1   ...   12   13   14   15   16   17   18   19   ...   67




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin