Intarpiraayizii Sanyii Filatamaa Oromiyaa Maanuwaalii Sirna Madaallii fi Badhaas



Yüklə 487,08 Kb.
səhifə2/67
tarix10.01.2022
ölçüsü487,08 Kb.
#101050
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   67

KUTAA TOKKO: SEENSA WALIIGALAA

    1. Seensa


Hojiiwwan jijjiiramaa akka Intarpiraayizii Sanyii Filatamaa Oromiyaatti eegalaman sirna ta’anii akka itti fufan taasisuudhaan ergamaa fi mul’ata Intarpiraayizichaa milkeessuuf caaseffama isaa keessatti qaamota argaman hanga hojjetaa dhuunfaatti sirni madaallii bu’aan hojii isaanii ittiin madaalamee ittiin ijaaramuu fi jajjabeeffamu diriirsuun barbaachisaa dha.
Hojiin bu’uuraa fi murteessaan hojimaata madaallii fi badhaasa sadarkaa hundarratti hojiirra ooluu danda’u qopheessuudha. Sirni madaallii akka Intarpiraayizichaatti filatamee hojiirra oolu sirna madaallii qindaa’aa 3600 bu’aa irratti hundaa’ee madaalu ta’a.
Sirna madaallii fi badhaasaa bara 2005 irraa eegalee hojiirra oolaa jiru haala yeroo fi qabatamaa jiru irratti hundaa’uun hanqinaalee adeemsa keessatti mul’atan yaada keessa galchuun fooyyessuun barbaachisaa ta’ee argamee jira. Haaluma kanaan maanuwaaliin kanaan dura bara 2005 bahee hojiirra ture irra deebiin akka fooyya’u ta’ee jira.

    1. Yüklə 487,08 Kb.

      Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   67




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin