Intarpiraayizii Sanyii Filatamaa Oromiyaa Maanuwaalii Sirna Madaallii fi Badhaas



Yüklə 487,08 Kb.
səhifə22/67
tarix10.01.2022
ölçüsü487,08 Kb.
#101050
1   ...   18   19   20   21   22   23   24   25   ...   67

Dhimmoota Waliigala Madaallii


  • Firii madaallii Intarpiraayizii/Dameelee/Qonnaalee/Adeemsa/garee hojii jechuun gumaacha qaamolee hedduu waan ta’eef bu’aan eegamus ida’ama gumaacha qaamolee kanneeni ta’a jechuu dha. Kunis bu’aa qaama olii madaaluuf ulfaatina hojii dursee qaamni isa jala jiru qooddatee fudhatee fi kan sadarkaa isaatti raawwatame walitti fiduudhaan ta’a. Kana jechuun qaamni olii jiru tokko bu’aa madaallii isaarratti kan dabalu giddugaleessa (average) qabxii madaallii madda raga SMBKT iraa argame (70%) qofa ta’a.

  • Ragaan firiin madaallii caasaa Intarpiraayizichaa sadarkaa sadarkaan jiru qaama hoggansa sadarkaa sadarkaan jiraniin qindaa’ee kan dhihaatuu ta’a.

  • Ragaan firiin madaallii adeemsa/garee hojii marsaa marsaadhaan Ademsa karooraa fi Fooyye’iinsa hojmaataa sadarkaa sadarkaan jiraniif dhihaatuu ta’a.

  • Firiin madaallii hojjetaa erga mirkanaa’ee boodaa marsaa madaallii sana keessatti qabxiin argate gara Adeemsa Misooma fi Bulchiinsaa Qabeenyaa Humna Namaa ragaan isaa kan qabamu ta’a.

  • Dorgommii gaggeeffamu kamiifuu bu’uurrii firii bu’aa madaallii sadarkaa sadarkaan geggeeffamu ta’a.

  • Haala qabatama jiru irratti hundaa’uun ulaagaalee madaallii dabalataa mootummaan baasuu dabalataan fayyadamuun ni danda’a.



Yüklə 487,08 Kb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   18   19   20   21   22   23   24   25   ...   67




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin