Intarpiraayizii Sanyii Filatamaa Oromiyaa Maanuwaalii Sirna Madaallii fi Badhaas


Adeemsa Gabaasni Madaallii Qindaa’aa itti Dhiyaatu



Yüklə 487,08 Kb.
səhifə26/67
tarix10.01.2022
ölçüsü487,08 Kb.
#101050
1   ...   22   23   24   25   26   27   28   29   ...   67

Adeemsa Gabaasni Madaallii Qindaa’aa itti Dhiyaatu


    1. Koreen madaallii fi badhaasaa sadarkaa Waajjira Ol’aanaatti hundeeffamu firii bu’aa madaallii fi badhaasaa Caasaa Intarpiraayizichaa hunda irraa isa qaqqabu qindeessuun guyyaa torba (7) keessatti Adeemsa Hojii Deeggarsaa Karooraa, Hordoffii, Gamaaggama Fooyya’insa Hojii fi Duub-deebiitiif ni dhiyeessa.

    2. Adeemsi Hojii Deeggarsaa Karooraa, Hordoffii, Gamaaggama Fooyya’insa Hojii fi Duub-deebii ragaa madaallii fi badhaasaa Intarpiraayizichaa qindeessuun qaama dhimmi ilaallatuuf ni gabaasa.

    3. Koreen madaallii fi badhaasaa sadarkaa Dameelee bu’aa madaallii fi badhaasaa manaajimaantii sadarkaa Dameeleetiin erga mirkanaa’een booda Adeemsa Hojii Deeggarsaa Karooraa, Hordoffii, Gamaaggama Fooyya’insa Hojii fi Duub-deebitiif Damee irra jiruuf ni gabaasa. AHDKHGFH Duub-deebii immoo raga jiru qindeessuudhaan Waajjira Ol’aanaatiif ni gabaasa.

    4. Koreen madaallii fi badhaasaa sadarkaa Qonnaaleetti bu’aa madaallii fi badhaasaa manaajimantii sadarkaa Qonnaaleetiin erga mirkanaa’een booda AHDKHGFH Duub-deebii Qonnaa irra jiruuf ni gabaasa. AHDKHGFH Duub-deebii immoo raga jiru qindeessuudhaan Dameetiif ni gabaasa.

    5. Gabaasni koree madaallii sadarkaa garaa garaatti hundaa’uun dhiyaatu akkaataa unka maanuwaalii keessatti ibsameen ta’a.

    1. Yüklə 487,08 Kb.

      Dostları ilə paylaş:
1   ...   22   23   24   25   26   27   28   29   ...   67




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin