Intarpiraayizii Sanyii Filatamaa Oromiyaa Maanuwaalii Sirna Madaallii fi Badhaas


Gahee Hojii fi Aangoo Koree Naamusaa



Yüklə 487,08 Kb.
səhifə28/67
tarix10.01.2022
ölçüsü487,08 Kb.
#101050
1   ...   24   25   26   27   28   29   30   31   ...   67

Gahee Hojii fi Aangoo Koree Naamusaa


  1. Rakkoowwan naamusaa adeemsa madaallii fi badhaasaa keessatti koree madaallii fi badhaasaa sadarkaa sadarkaan jiraniin uumaman ni ilaala, ni sakatta’a. Yaada murtii qaama mirkaneessuuf ni dhiyeeassa.

  2. Akkaatuma barbaadameen ragaa koree madaallii fi badhaasaa ni gaafata.

  3. Bu’aa madaallii fi badhaasaa adeemsa waliigalaa ni sakatta’a.

  4. Koreen naamusaa eeruu argate irratti hundaa’uun sakatta’iinsa gaggeessuun bu’aa sakatta’iinsaa irratti hundaa’uun yaada murtee guyyoota hojii walitti aanan sadii (3) keessatti manaajimantii sadarkaa sadarkaan jiruuf dhiyeessuun murtoo kennisiisa.




Yüklə 487,08 Kb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   24   25   26   27   28   29   30   31   ...   67




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin