Intarpiraayizii Sanyii Filatamaa Oromiyaa Maanuwaalii Sirna Madaallii fi Badhaas


KUTAA AFUR: SIRNA BADHAASAA Maalummaa Sirna Badhaasaa



Yüklə 487,08 Kb.
səhifə29/67
tarix10.01.2022
ölçüsü487,08 Kb.
#101050
1   ...   25   26   27   28   29   30   31   32   ...   67

KUTAA AFUR: SIRNA BADHAASAA

    1. Maalummaa Sirna Badhaasaa

Akka Intarpiraayizii Sanyii Filatamaa Oromiyaatti meeshaalee jijjiiramaa hojii irra oolaa jiran giddu-galeessa godhachuudhaan maalummaan sirna badhaasaa yommuu ibsamu qaamolee ergamaa fi mul’ata Intarpiraayizichaa haala kaayyoowwan tarsiimo’aa wajjiin wal simuun bu’aa raawwii isaanii madaalan wal dorgomsiisuun raawwii caalmaa qabu kanneen galmeessisan jajjabeessuu fi beekamtii kennuuf sirna gargaaru dha.


Intarpiraayiziin Sanyii Filatamaa Oromiyaa ergama isaa fiixaan baasuu fi mul’ata isaa galmaan ga’uuf caasaan sadarkaa sadarkaan jiru hundi raawwiin hojii isaanii bifa itti fufiinsa qabuun adeemsa guddinaa fi jijjiiramaa keessa jiraachuu fi jijjiramichaan wal simanii adeemuu qabu. Raawwiin Dameelee/Qonnaalee/Adeemsaalee/gareewwanii fi hojjetootaa yeroo yeroodhaan sadarkaa sadarkaan madaalamee bu’aa caalmaa qabu kan galmeessisaniif badhaasa kennuu fi jajjabeessuun itti fufiinsa adeemsa jijjiiramichaaf barbaachisaa waan ta’eef sirna badhaasaa kanaaf gargaaru diriirsuun barbaachisaa dha.

    1. Yüklə 487,08 Kb.

      Dostları ilə paylaş:
1   ...   25   26   27   28   29   30   31   32   ...   67




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin