-
Sirni badhaasaa kun caaseffama Intarpiraayizii Sanyii Filatamaa Oromiyaa sadarkaa sadarkaan argaman: Waajjira ol’aanaa, Dameelee fi Qonnaalee irratti kan hojii irra oolu ta’a.
Kana jechuunis sirni badhaasichaa kan geggeeffamu Damee fi Damee gidduutti, Qonnaalee fi Qonnaalee gidduutti, Adeemsotaa fi Adeemsota gidduutti, Gareelee fi Gareelee gidduutti, hojjetootaa fi hojjetoota gidduutti, bu’aalee raawwii karoora hojii bu’uureffaachuun wal-dorgommiin kan taasifamu ta’a.
Dostları ilə paylaş: |