Intarpiraayizii Sanyii Filatamaa Oromiyaa Maanuwaalii Sirna Madaallii fi Badhaas


Dorgomtoota Kaadhimamoo Badhaasuu



Yüklə 487,08 Kb.
səhifə32/67
tarix10.01.2022
ölçüsü487,08 Kb.
#101050
1   ...   28   29   30   31   32   33   34   35   ...   67

Dorgomtoota Kaadhimamoo Badhaasuu


Caaseffama Intarpiraayizichaa keessatti kaadhimamaa dorgomaa ta’anii dhiyaachuudhaaf bu’aa raawwii hojii Sirna Madaallii Qindaa’aatiin madaalamanii milkaa’ina agarsiisan yommuu ta’an, isaan keessaa bu’aa caalmaa kan galmeessisan: Dameelee, Qonnaalee, Adeemsaalee, Gareewwan hojii fi Hojjetaa sadarkaa 1 ffaa - 3 ffaa ba’an akaakuu badhaasaa kaa’ame kan badhaafaman ta’u.
Walumaagalatti:

  1. Koreen madaallii fi badhaasaa sadarkaa Qonnaaleetti jiran kaadhimamtoota adda baasuun maneejimantii Qonnaaleetiif ni dhiyeessu.

  2. Koreen madaallii fi badhaasaa sadarkaa Dameettii hundeeffame bu’uura bu’aa madaallii waliigalaa irratti hundaa’uudhaan badhaafamtoota adda baasee maneejimantii Dameetiif ni dhiyeessa.

  3. Koreen madaallii fi badhaasaa sadarkaa Waajjira Ol’aanaatti hundeeffame bu’uura bu’aa madaallii waliigalaa irratti hundaa’uudhaan badhaafamtoota adda baasee maneejimantii Waajjira Ol’aanaaf dhiyeessee mirkaneessisa.




    1. Yüklə 487,08 Kb.

      Dostları ilə paylaş:
1   ...   28   29   30   31   32   33   34   35   ...   67




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin