Intarpiraayizii Sanyii Filatamaa Oromiyaa Maanuwaalii Sirna Madaallii fi Badhaas



Yüklə 487,08 Kb.
səhifə36/67
tarix10.01.2022
ölçüsü487,08 Kb.
#101050
1   ...   32   33   34   35   36   37   38   39   ...   67

Sirna Kenniinsa Badhaasaa


Giddu-galeessi sirna madaallii fi badhaasaa sadarkaa Intarpiraayizichaatti raawwatamu aadaa hojii bu’aa irratti xiyyeeffatu jajjabeessuuf waan ta’eef sirnichaaf kabaja guddaa kennuun murteessaa dha. Haaluma kanaan kabaja sirna badhaasa bakka qaamni mootummaa, qooda fudhattoonni/maamilootni/, hawaasa naannoo, hoggaantoonni fi keessummoonni biroo argamanitti kan raawwatu ta’a.
    1. Madda Baajeta Badhaasaa


Maddi baajetaa raawwii sagantaa badhaasaaf oolu:

  • Baajata Intarpiraayizichaa

  • Arjoomtota ta’u.

Madda baajata sirna badhaasaa raawwachuuf oolu ilaalchisee Adeemsa Hojii Deeggarsaa karooraa fi fooyye’iinsa hojii sadarkaa sadarkaan jiru tooftaa gara garaa uumee maallaqa barbaaddachuus ta’e haala qabatama Intarpiraayizichaa xiyyeeffannaa keessa galchuun baajata keessatti qabatee eeyyamsiisuun hojii irra ni oolcha.
Sirna badhaasaa hojii irra ooluun hojii irra oolmaa rifoormiitiif gumaacha guddaa waan qabuuf Adeemsa Hojii Deeggarsaa karooraa fi fooyye’iinsa sadarkaa sadarkaan jiru akka seektera rifoormii hoogganu tokkotti deeggarsa barbaachisu ni taasisa.


Yüklə 487,08 Kb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   32   33   34   35   36   37   38   39   ...   67




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin