Intarpiraayizii Sanyii Filatamaa Oromiyaa Maanuwaalii Sirna Madaallii fi Badhaas



Yüklə 487,08 Kb.
səhifə38/67
tarix10.01.2022
ölçüsü487,08 Kb.
#101050
1   ...   34   35   36   37   38   39   40   41   ...   67

Duukaa Deemtuu




Unkaalee Kenniinsa Qabxii Sirna Madaallii Qindaa’aa Bu’aa Irratti Hundaa’e Keessatti Hojiirra Oolan



Intarpiraayizii Sanyii Filatamaa Oromiyaa (ISFO)


  1. Ulaagaalee fi Unka Firiin Gamaaggama (Supparviizyinii) Intarpiraayizii/Dameelee/Qonnaalee/Adeemsota/Gareewwan/Hojjetaan Itti Gaggeeffamu

Ulaagaa madaallii

Qabxii madaallii (10%)

Tarreeffama ulaagaalee madaalliitii fi qabxii qabatan

Ragaalee koreen madaallii fi badhaasaa ilaaluu qabu

Tooftaa ragaaleen ittin mirkanaa’an

Akkaataa itti quufiinsi fi fayyadamummaan maamilaa itti madaalamee fi bu’aa isaa


1%

Sakattainsi itti quufinsa maamilaa bifa saayinsawwan yoo hojjetamee fi itti quufinsi maamilaa yoo daabale.(1)

  • Dokumentii sakatta’iinsa yaada uummataa

  • Dokumentii komii fi yaadni uummataa itti xinxaalame

  • Madaallii SMBKT

  • Sakatta’iinsa dookumentii irratti gaggeessuu

  • Daawwannaan

  • Sakatta’iinsa galmee fi sanduuqa yaadaa

  • Tajaajilamtoota dubbisuun

Sakattainsi itti quufinsa maamilaa bifa saayinsawwan yoo hojjetamee fi itti quufinsi maamilaa yoo hindaabale ta’e.(0.5)

Sakattainsi itti quufinsa maamilaa bifa saayinsawwan yoo hin hojjetamee fi itti quufinsi maamilaa yoo daabale.(0)

Qabeenya karaa gahuumsa fi bu’aa qabeessa ta’een (efficient & effective utilization of resources) fayyadamuu


1%

Qisaasina qabeenyaa yoo hirise fi kaayyoo isaa yoo galmaan gahe(1)

  • Gabaasa Ooditii keessaa

  • Invetarii qabeenyaa

  • Gabaasa raawwii bajataa

  • Madaallii SMBKT

  • Sakatta’iinsa dookumentii irratti gaggeessuu




Qisaasina qabeenyaa yoo hirise garuu kaayyoo isaa yoo galmaan hingeenye ta’e(0.5)

Qisaasina qabeenyaa yoo hin hirisnee fi kaayyoo isaa yoo galmaan hingeenye ta’e(0)

Kenna tajaajilaa gahumsaa fi bu’aa qabeessa ta’e kennuun rakkoolee bulchiinsa gaarii hiikuu

1%

Kenni tajaajilaa gahumsaa kan qabuu fi bu’aa qabeessa yoo ta’e(1)

  • Dokumentii komii fi yaadni uummataa itti xinxaalame

  • Sakatta’iinsa dookumentii irratti gaggeessuu

  • Daawwannaan

  • Tajaajilamtoota dubbisuun

Kenni tajaajilaa gahumsaa fi bu’aa qabeessa yoo in taane (0)

Kaayyolee ijoo (strategic pillars) mana hojichaa galmaan ga’uu isaa

3.5%

Madaallii SMBKT raawwii daran olaanaa yoo qabaate (3.5)

  • Madaallii SMBKT

  • Sakatta’iinsa madaallii SMBKT

  • Daawwannaa

  • Tajaajilamtoota dubbisuun

Madaallii SMBKT raawwii olaanaa yoo qabaate (2.5)

Madaallii SMBKT raawwii giddu galeessa yoo qabaate (1.5)

Madaallii SMBKT raawwii gadi aanaa yoo qabaate (0)

Meeshaalee jijjiiramaa hojiirra oolchuu (JBAH,ChL, SMBKT, RJJSS)

1%

Meeshalee rifoormii guutummaan guutuutti hojii irra kan oolche (1)

  • Karooraa fi gabaasa raawwii meeshaalee jijjiiramaa

  • Maxxansa adda addaa fi kallattii agarsiiftuu




  • Sakatta’iinsa karooraa fi gabaasaa

  • Dawwannaan,

  • Marii Hojjeettootaa



Meeshalee rifoormii irra caalaa hojii irra kan oolche(0.5)

Meeshalee rifoormii hanga tokko hojii irra kan oolche (0.25)

Meeshalee rifoormii guutummaan guutuutti hojii irra kan hin oolchine (0)

Deggersaa fi hordoffii itti fufiinsaa fi gahumsa qabu gaggeessuu

0.5%

Sirna hordoffii fi deeggarsaa yeroo isaa eeggate haala karooraatiin itti fufiinsaan raawwaachuun, deeggarsa taasifame irratti duub-debii kennuu, hordoffii fi deeggarsa taasifameen jijjiiramni/fooyya’iinsa/ qabatamaan yoo dhufee (0.5)

-Karoora hordoffii fi gamaggamaa

-TOR fi cheekliistii ogeessi ittin dirree bahe

- Gabaasa dirree

-Gabaasa waggaa, kurmaana,ji’aa fi torbanii

- Qaboo yaa’ii


  • Sakatta’iinsa karooraa fi gabaasaa

  • Dawwannaan,

  • Marii Hojjeettootaa




Sirna hordoffii fi deeggarsaa yeroo isaa eeggate haala karooraatiin itti fufiinsaan kennuun duub-deebiin kennamee garuu jijjiiramni yoo dhufuu baate (0.25)

Sirna hordoffii fi deeggarsaa fi duub-deebii taasifame goonkumaa yoo hin jiraanne(0)

Qabeenya Humna namaa fi dhimmoota haal-duree barbaachisan qopheessuu

0.5%

Qabeenya humana namaa barbaachisu fi dhimmoota haalduree hojjiif barbaachisan yoo qopheesse (0.5)

-Dokumentii karooraa fi raawwii qabeenya namaa

-Sakatta’iinsa dokumentii

-Daawwannaa



Qabeenya humana namaa barbaachisu fi dhimmoota haalduree hojjiif barbaachisan yoo hinqopheessine ta’e(0)

Dandeettii raawwachiisummaa dabaluu fi kaka’umsa hojjetaa uumuu

1%

Dandeettii hojjetootaa yoo cimsa ta’e fi kakka’umsa hojjeetootaa yoo dabalan ta’e(1)

-dokumentii sakatta’iinsa fedhii leenjii

-Madaallii hojjettootaa

-Gabaasa leenjii hojjettootaa


-Sakatta’iinsa dokumentii

-Daawwannaa



Dandeettii hojjetootaa yoo cimsa yookin kakka’umsa hojjeetootaa yoo dabaleera ta’e(0.5)

Dandeettii hojjetootaa yoo hincimsinee fi kakka’umsa hojjeetootaa yoo hindaballe ta’e(0)

Miira koreen hojjechuu uumuu


0.5%

Koreen hojjechuu fi miira koreen hojjechuu yoo uumameera ta’e (0.5)

-Qaboo yaa’ii gurmaa’insa raayyaa


-sakatta’iinsa qaboo yaa’ii

-hojjetaa mariisisuu



Koreen hojjechuu fi miirri koreen hojjechuu yoo hinjiraanne (0)


Yüklə 487,08 Kb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   34   35   36   37   38   39   40   41   ...   67




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin