Intarpiraayizii Sanyii Filatamaa Oromiyaa Maanuwaalii Sirna Madaallii fi Badhaas



Yüklə 487,08 Kb.
səhifə4/67
tarix10.01.2022
ölçüsü487,08 Kb.
#101050
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   67

Kaayyoolee Gooree


  • Waajjira Ol’aanaa, Dameelee, Qonnaalee, Adeemsaalee hojii, Gareewwan fi hojjettoota gidduutti miira waldorgommii kaka’umsa qabu (fair competition) uumuudhaan adeemsa jijjiiramaa calqabame bifa itti-fufiinsa (sustainability) qabuun mirkaneessuu,

  • Qaamotni Intarpiraayizichaa caaseffama sadarkaa sadarkaan jiran keessatti argaman bu’aa qabeessummaa fi aadaa hojmaata gaarii akka guddifatan taasisuuf,

  • Raayyaa jijjiiramaa uumuun qaamoleen raawwatanii fi raawwachiisan hundi hojii fi bu’aa hojii isaanii qofaan sirna itti madaalaman fi badhaafaman diriirsuuf,

  • Faayidaalee adda addaa kan akka carraa barnootaa fi leenjii, guddina sadarkaa, jijjiirraa fi kkf ilaalchisee murtee kennuuf.

  • Qaamolee Intarpiraayizichaa raawwii hojii isaaniitiin fooyya’oo ta’an irraa muxannoowwan gaarii qindeessuudhaan babal’isuu;

  • Qaamolee Intarpiraayizichaa raawwiin hojii isaanii gadi aanaa ta’e deeggarsaa fi hordoffii itti fufiinsa qabu kennuu fi sirna itti gaafatamummaa uumuuf

  • Sagantaalee rifoormii adda addaa fi meeshaalee jijjiiramaa itti fufiinsaa fi bu’a qabeessummaa isaanii mirkaneessuu fi jijjiirama bu’uuraa fiduuf;

    1. Yüklə 487,08 Kb.

      Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   67




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin