Intarpiraayizii Sanyii Filatamaa Oromiyaa Maanuwaalii Sirna Madaallii fi Badhaas


Daangaa Sirna Madaallii fi Badhaasaa



Yüklə 487,08 Kb.
səhifə5/67
tarix10.01.2022
ölçüsü487,08 Kb.
#101050
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   67

Daangaa Sirna Madaallii fi Badhaasaa


Maanuwaaliin Sirna madaallii fi badhaasaa kun qaamota Intarpiraayizichaa sadarkaa sadarkaan jiran kanneen akka Intarpiraayizii/Dameelee/Qonnaalee/Adeemsaalee/Gareewwan hojii fi hanga raawwataa dhuunfaa akkasumas hojjettoota koontiraataa waliigalteen isaanii ji’oota jahaa ol ta’an mul’ataa fi ergama Intarpiraayizichaa milkeessuuf qooda fudhatan hundaa madaaluun adda baasanii hanga badhaasuutti kan raawwatuu dha.
    1. Sadarkaa Madaalliin Itti Raawwatu


  • Sadarkaa Intarpiraayiziittii

  • Sadarkaa Dameelee

  • Sadarkaa Qonnaalee



Yüklə 487,08 Kb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   67




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin