Intarpiraayizii Sanyii Filatamaa Oromiyaa Maanuwaalii Sirna Madaallii fi Badhaas



Yüklə 487,08 Kb.
səhifə62/67
tarix10.01.2022
ölçüsü487,08 Kb.
#101050
1   ...   59   60   61   62   63   64   65   66   67
Firii madaallii kenname___/5%

i) Maqaa Koree madaallii gaggeessee Mallattoo

1) _______________________________ ________________________

2)_______________________________ _________________________

3)______________________________ _________________________

4)______________________________ _________________________

5)______________________________ _________________________

ii) Guyyaa sakatta’iinsi itti gaggeeffame _________________________


  1. Ulaagaalee fi unka firiin Madaallii Dhuunfaa (self evaluation) Kenname

Ulaagaa madaallii

Qabxii madaallii (10%)

Tarreeffama ulaagaalee madaalliitii fi qabxii qabatan

Ragaalee koreen madaallii fi badhaasaa ilaaluu qabu

Tooftaa ragaaleen ittin mirkanaa’an

Karooraa fi gabaasa hojii dhuunfaa torbaniin, ji’aanii fi kurmaanaan yeroo fi qulqullinaan qopheessuu

2

Karooraa fi gabaasa hojii dhuunfaa torbaniin fi ji’aanii yeroo fi qulqullinaan qopheessuun yoo jiraate(2)

Karooraa fi gabaasa hojii

-Daawwannaa

-Sakatta’iinsa ragaalee



Karooraa fi gabaasa hojii dhuunfaa torbaniin fi ji’aanii yeroo fi qulqullinaan qopheessuu irratti harcaatiin yoo jiraate (1)

Karooraa fi gabaasa hojii dhuunfaa torbaniin fi ji’aanii qopheessuun jiraatee karoorri qophaa’e yeroo kan hin eegnee fi qulqullina kan hin qabne yoo ta’e(0.5)

Karooraa fi gabaasa hojii dhuunfaa torbaniin fi ji’aan kan hin qopheessine yoo ta’e (0)


Yaada maddoota ragaalee irratti kennamuu qabu (guutuu, hanqina kan qabu, kan hin jirre yoo ta’e) :




Yüklə 487,08 Kb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   59   60   61   62   63   64   65   66   67




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin