Intarpiraayizii Sanyii Filatamaa Oromiyaa Maanuwaalii Sirna Madaallii fi Badhaas



Yüklə 487,08 Kb.
səhifə7/67
tarix10.01.2022
ölçüsü487,08 Kb.
#101050
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10   ...   67

Faayidaa Madaallii


  • Karoora guddinaa fi tiraanisfoormeeshinii akka galma gahu gumaacha ni taasisa

  • Bu’aa sirna madaalliitiin argamuun dandeettiin raawwachuu fi raawwachiisummaa ni cima;

  • Misoomni diinagdee, haawwasuummaa fi siyaasaa akka guddatu, akkasumas bulchiinsi gaariin akka dagaagu ga’ee ol’aanaa ni taphata;

  • Qulqullinaa fi fudhatama qabiinsa ragaa gara sadarkaa ol’aanaatti geessisa.

  • Raawwii Intarpiraayizichaa bifa itti fufiinsa qabuun fooyyeessuu fi ga’umsa akka qabaatuu fi dorgomaa ta’u taasisa;

  • Sadarkaa hundatti dandeettii raawwachiisummaa fi murteessuu cimsa;

  • Iftoominaa fi itti gaafatamummaa cimsa;

  • Ciminoota raawwii keessatti mul’atan baay’ee dabaluu fi hanqinaalee mul’atan irratti deeggarsa addaa kennuuf ykn argachuuf ni gargaara;

  • Quunnamtii Intarpiraayizichaa fi maamila isaa gidduu jiru ni cimsa;

  • Aadaa bu’aaf hojjechuu ni dabala;

  • Dhaabbata yeroo hunda baratu (learning organization) ta’uuf ni gargaara;

  • Fedhiin maamilootaa gama hundaan guutamaa adeemuu isaa mirkaneessa;

  • Miiraa wal-dorgommii uumuudhaan yeroo hundaa jijjiirama fida;

  • Bu’aawwan sadarkaa sadarkaan galmaa’an akka uulaagaa sadarkaa guddinaa, jijjiirraa, leenjii, carraa barnootaa, onnachiiftuu hojjettootaa dorgommiin adda baasuuf ni gargaara.

      1. Yüklə 487,08 Kb.

        Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10   ...   67




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin