Intarpiraayizii Sanyii Filatamaa Oromiyaa Maanuwaalii Sirna Madaallii fi Badhaas



Yüklə 487,08 Kb.
səhifə19/67
tarix10.01.2022
ölçüsü487,08 Kb.
#101050
1   ...   15   16   17   18   19   20   21   22   ...   67
Kallattii madaallii

Ulfaatina kallatti mdaallii

Kaayyoolee Tarsiimo’aa

Ulfaatina kaayyoo (A)

Safartulee (B)



Ulfaatina Safartulee (C)



Ka’umsa(Base line)(D)


Mannii (E)


Raawwii/Bakka Gahame (F)


Kaayyolee Dhaabbataa fi Dabalaa Deemaniif

Kaayyolee Hir’achaa deemaniif

Ulfaatina kennameen baay’atee shaniif hiramee qabxii argame

H= (C*G)/5

Qabxii kenname

95=5



(85-94) %=4

(75-84)%=3

(65-75)%=2

<64%=1

(G)

Qabxii kenname

5% =5



(10-6) %=4

(11-15)%=3

(16-20)%=2

>20%=0

(G)

Faayinaansii

15


Kaayyoo 1ffaa




1ffaa






















Kaayyoo 2ffaa




2ffaa






















3ffaa






















Maamila

10


Kaayyoo 1ffaa




1ffaa






















Kaayyoo 2ffaa




2ffaa






















Kaayyoo 3ffaa




3ffaa






















Adeemsa hojii keessaa

65

Kaayyoo 1ffaa




1ffaa






















Kaayyoo 2ffaa




2ffaa






















Ijaarsa Dandeetti


10

Kaayyoo 1ffaa




1ffaa





















Ida’ama

100%




100%




100%




















Ibsa Dabalataa Madaallii SMBKT Irratti Hundaa’ee Gaggeeffamu (70%)





    • Yuunitiiwwan safartuu gabatee armaan olii keessatti taa’an kanneen dhibbentaan ala ta’an, fkn safartuuleen raawwii lakkoofsaan ibsaman gara dhibbentaatti (%) jijjiiramuun taa’uu qabu.

    • Kaayyoleen tarsiimo’aa tokko tokko kan madaalaman waggaatti yeroo tokko qofa ta’uu waan danda’aniif madaalliin marsaa tokkoffaa yeroo gaggeeffamu ulfaatinni safartuulee kaayyolee tarsiimo’aatiif kenname irra darbuun ulfaatina safartuulee kaayyolee kanneen marsaa 1ffaa keessatti safaraman qofa ida’uun isuma keessaa kan shallagamu ta’a.

    • Ulfaatinni kaayyolee tarsiima’aa sadarkaa sadarkaan jiraniif kan kennamu haaluma ulfatina fi baay’ina kaayyolee tarsiima’aa kallatti madaallii keessatti argamu irratti hundaa’uun ta’a.

    • Bu’aan madaallii hojiilee hojjetaman kamiiyyuu raawwiin isaa karoora qabame wajjiin kan madaalamee argamu ta’a.

    • Waliigala kallattii madaalliif ulfaatinni 100% Kan kennamu yommuu ta’u tokkoon tokkoon kaayyoowwan tarsiimo’aatiif ulaagaalee ulfaatinni itti kennamu irratti hundaa’uun kan kennamuu fi ulfaatina kaayyolee tarsiimoo’aatiif kenname irratti hundaa’uunis ulfaatinni safartuulee raawwitii kaayyoo tarsiimoo’aa jala jiraniif ni kennama.

    • Ulfaatinni tarkaanfilee tarsiimoo’aaf kennamu of danda’ee kan kennamu ta’ee ulfaatina kaayyoolee tarsiimoo’aa galmaan ga’uuf kaa’aman yaada keessa kan galche ta’uu qaba.

    • Madaallii bu’aa karoora tarsiimoo keessatti kan madaalamu bu’aa kaayyolee tarsiimo’aa fi raawwii tarkaanfilee tarsiimo’aa adda addatti ta’ee, madaalliin tarkaanfilee tarsiimo’aa kan fayyadu bu’aan kaayyolee tarsiimo’aa akkaataa bu’aan kaayyolee tarsiimo’aa itti dhufe mirkaneeffachuuf qofa waan ta’eef madaallii qaama tokkoo keessatti madaalliin dhumaa fudhatama qabaatu bu’aa madaallii kaayyolee tarsiimo’aa qofa dha. Haaluma kanaan bu’aan madaallii kaayyolee tarsiimoo’aa harka 70% keessaa ta’a jechuu dha.

    • Ulfaatinni kaayyolee tarsiimoo’aa fi safartuuleef kennamu ulfaatina karoora tarsiimoo mana hojichaa keessa kan taa’e waliin wal simuu qaba.

    • Manneen hojii ergamni isaanii galii argamsiisuu ta’e keessatti ulfaatina kallattii madaallii maamilaa fi faayinaansiif kenname wal jijjiirsisanii itti fayyadamuu ni danda’u.

    • Bu’aaleen safartuun isaanii dabalaa deeman (assending), hir’achaa deemanii (descending) fi dhaabbataa (constant) ta’uu danda’u

    • Madaallii tarkaanfilee tarsiimoo’aa keessatti hojiileen tokko tokko itti fufiinsaa kan raawwatama yoo ta’an sadarkaa isaan irra ga’an ka’uumsa taasisuun hojii itti aanu madaaluudhaan ta’a. Gama biraattiin tarkaanfilee tarsiimoo kanneen yeroo gabaabaa keessatti xummuuramanii fi akka haaraatti yeroo yeroo jijjiiramanii hojiirra oolaan ka’uumsa isaanii zeeroo (0) irraa ka’anii kan madaalamu ta’u.

    • Maniiwwan kallattii madaalliitiin kaa’aman raawwii waliigalaa giddu-galeessa godhachuudhaan sadarkaaleen raawwii:

  • Raawwii 95% fi isaa ol kan galmeessisan qabxii =5

  • Raawwii 85% -94% kan galmeessisan qabxii =4

  • Raawwii 75%-84% kan galmeessisan qabxii =3

  • Raawwii 65%-74% kan galmeessisan qabxii=2

  • Raawwii 64% gadi kan galmeessisan qabxii =1 ta’a.

    • Qoodinsa qabxiilee armaan olii keessatti akkaataa seera heerreegaatiin lakkoofsa deesimaalii ta’an gara lakkofsa itti aanutti siksanii kaa’uun ni danda’ama.
  1. Kenninsa Qabxii Madaallii Suuppervizyinii (10%)


Unka 2ffaa: Ulaagaalee fi Unka Firiin Gamaaggama Supparvizyiniin Intarpiraayizii, Dameelee, Qonnaalee, Adeemsaalee fi Gareewwanii Ittiin Geggeeffamu

Lakk

Kallattii madaallii

Ulaagaalee madaallii gurguddoo

Qabxii Madaallii (10%)

Qabxii Kenname

1

Faayinaansii

        1. Qabeenya karaa gahuumsa fi bu’aa qabeessa ta’een (efficient & effective utilization of resources) fayyadamuu




1




2

Maamila

        1. Akkaataa itti quufiinsi fi fayyadamummaan maamilaa itti madaalamee fi bu’aa isaa




1




3

Adeemsa hojii keessaa

        1. Kenna tajaajilaa gahumsaa fi bu’aa qabeessa ta’e kennuun rakkoolee bulchiinsa gaarii hiikuu

1




        1. Kaayyolee ijoo (strategic pillars) caaseffamichaa galmaan ga’uu isaa

3.5




        1. Meeshaalee jijjiiramaa hojiirra oolchuu (JBAH, ChL, SMBKT, Raayyaa Jijjiiramaa, Kaayizanii)

1




0.5




4

Ijaarsa dandeettii

        1. Humna namaa fi dhimmoota haal-duree barbaachisan qopheessuu

0.5




        1. Dandeettii raawwachiisummaa dabaluu fi kaka’umsa hojjetaa uumuu

1




        1. Miira koreen hojjechuu uumuu




0.5







Ida’ama




10%






  1. Kenniinsa Qabxii Maamiloota/Qooda fudhattootaan kennamu (10%)


Unka 3ffaa: Unka Qabxii fi Ulaagaalee Ragaa maamiltootaa fi Qooda Fudhattoota Irraa Argamu Itti Guutamu

Lakk

Ulaagaalee madaallii

Qabxii Madaallii 10%)

Qabxii Kenname

1

Qophii fi raawwii karoora, deggarsaa fi gamaaggamaa irratti maamila fi qooda fudhattoota itti fufiinsaan hirmaachisuu isaa

2




2

Tajaajila kennamu irratti hawaasaa fi qooda fudhattoonni ragaa fi odeeffannoo ga’aa argachuu akka danda’aniif haalli dandeessisu jiraachuu isaa

2




3

Adeemsa/ademsi/gareen akkaataa chaartarii lammiilee fi sanada JBAHtiin tajaajila si’ataa kennuu, tajaajila kenname keessattis waltajjiiwwan maamila waliin gageeggsee duubdeebii kennuu

3




4

Ademsi/gareen kenna tajaajilaatiin haalli gurmaa’insa isaa mijataa fi dhaqqabamaa ta’uu isaa

1




5

Yaadaa, komii fi iyaannoo maamila fi dhimmamtoota irraa dhiyaatan akkaataa chaartarii lammiilee keessatti waadaan galameen fi adeemsa komiin itti keessummaa’uun keessummeeffamuu fi duub-deebii kennamaa jiraachuu isaa

2






Ida’ama

10





  1. Yüklə 487,08 Kb.

    Dostları ilə paylaş:
1   ...   15   16   17   18   19   20   21   22   ...   67




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin