Unka 4ffaa: Ulaagaalee fi Qabxii Madaallii Hoogganaa Dhiyoo Intarpiraayizii, Dameelee, Qonnaalee, Adeemsaalee fi Gareewwanii Gaggeeffamu
Lakk
|
Ulaagaalee madaallii
|
Qabxii Madaallii (10%)
|
Qabxii argate
| -
|
Karooraa fi gabaasa qulqullinaa fi yeroodhaan qophaa’ee fi dhiyaate
|
2
|
| -
|
Deeggarsaa, hordoffii fi duub-deebii akkaataa karooraatiin taasifameef fudhachuun jijjiirama dhufe
|
2
|
| -
|
Qabeenya, Yeroo, faayinaansii fi humna namaa muraasa jirutti gahuumsaan fayyadamuu
|
2
|
| -
|
Gurmaa’iinsa raayyaa jijjiiramaa cimaa uumuudhaan jjijjiirama raawwii karooraa dhufe
|
2
|
| -
|
Akkaataa istaandaardii JBAH taa’een maamilaf guutumaan guututtu tajaajila kennuun kaayoo diriiraa bira gahuu
|
2
|
|
|
Ida’ama
|
10
|
|
Unka 5ffaa: Cuunfaa Bu’aa Madaallii Qindaa’aa(integrated) Intarpiraayizii, Dameelee, Qonnaalee, Adeemsaalee fi Gareewwanii
Lakk
|
Tooftaalee madaallii qindaa’aa keessatti hammataman
|
Qabxii qabatu
|
Qabxii argate
|
1
|
Madaallii SMBKT
|
70%
|
|
2
|
Madaallii Maamilaa
|
10%
|
|
3
|
Madaallii supparvizyinii
|
10%
|
|
4
|
Madaallii hoogganaa dhiyoo
|
10%
|
|
|
Ida’ama
|
100%
|
|
Madaallii bu’aa irratti xiyyeeffatee fi qindaa’aa ta’e ilaalchisee qaamoleen madaalaman 100% keessaa firiin galmeessisan cuunfuudhaan sadarkaa raawwii isaanii kaa’uun barbaachisaa dha.
Unka 6ffaa: Sadarkaa Raawwii
Lk
|
Qabxii 100% keessaa shallagame
|
Qabxii
|
Halluu
|
Sadarkaa raawwichaaf kennamu
|
1
|
Raawwii 95% fi isaa ol kan galmeessisan
|
5
|
Magariisa
|
|
Baay’ee Olaanaa
|
2
|
Raawwii 85% -94% kan galmeessisan
|
4
|
Magariisa haphii
|
|
Olaanaa
|
3
|
Raawwii 75%-84% kan galmeessisan
|
3
|
Burtukaanawaa
|
|
Giddugaleessa
|
4
|
Raawwii 65%-74% kan galmeessisan
|
2
|
Keelloo
|
|
Gadi Aanaa
|
5
|
Raawwii 64% gadi kan galmeessisan
|
1
|
Diimaa
|
|
Baay’ee Gadi Aanaa
|
Kenniinsa Qabxii Madaallii Raawwii Hojjetaa Kenniinsa Qabxii Raawwii Karoora Hojjetaa (50%) Unka 7ffaa Kenniinsa Qabxii Raawwii Karoora Hojjetaa (50%): fknf
Lakk
|
Hojiilee raawwataman
|
Ulfaatina (A)
|
Safartuu (B)
|
Ulfaatiina (C)
|
Ka’uumsa (D)
|
Mannii (E)
|
Raawwwi(F)
|
Qabxii kenname
≥95=5
(85-94) %=4
(75-84)%=3
(65-75)%=2
<64%=1
(H)
|
Ulfaatina kennameen baay’atee shaniif hiramee qabxii argame
(I)=(C*H)/5
| -
|
Hojii 1ffaa
|
|
1ffaa
|
|
|
|
|
|
|
2ffaa
|
|
|
|
|
|
| -
|
Hojii 2ffaa
|
|
1ffaa
|
|
|
|
|
|
| -
|
Hojii 3ffaa
|
|
1ffaa
|
|
|
|
|
|
| -
|
Hojii 4ffaa
|
|
1ffaa
|
|
|
|
|
|
|
Ida’a
|
|
|
|
|
|
|
|
|
|
Raawwii Hojjetaa 50% Keessaa
|
|
Hub:
-
safartuu jechuun dhimmoota baay’ina,yeroo, qulqullina fi baasii waliin kan wal qabatan ta’ee istaandaardii hojichi gaafatu waliin kan wal simu ta’a
-
Raawwii hojjetaa madaaluuf karoorri hojjetaa jiraachuu qaba
-
Madaalliin raawwii karoora hojjetaa kan guutamu abbummaan hoogganaa dhiyoo hojjetaatiin ta’a
-
Safartuuleen dhibbeentaadhaan ala ta’an gara dhibbeentaatti jijjiiramanii raawwiin isaanii ni kaa’ama.
-
Tarkaanfilee tarsiimo’aa sadarkaa adeemsa hojiitti (gabatee 1ffaa jalatti ibsaman) karoorfaman hunda hojjetaa tokkoof qooduun waan hin danda’amneef sadarkaa nama dhuunfaatti hojiin hojjetaa tokkoof kenname qofa ka’umsa godhachuun kan herregamu ta’a.
Kenniinsa Qabxii Madaallii Miseensota Garee (20%)
Unka 8 ffaa: Ulaagaalee fi Qabxii Madaallii Miseensotni Garee Hojjettootaa Ittiin Madaalan
Lk
|
Ulaagaalee madaallii
|
Qabxii Madaallii (20%)
|
Qabxii argate
| -
|
Bu’aan koree bu’aa isaa ta’uu hubachuun kaayyolee garichaa keesssatti adda durumaan gumaacha olaanaa taasisuu fi miseensoota koree kanneen biroof muuxannoo fi beekumsa qooduu
|
4
|
| -
|
Ragaalee fi odeeffannoo haala gaariin qindeessanii qabachuu fi itti fayyadamuu
|
3
|
| -
|
Hojii haala istaandaardii taa’een ga’umsaan hojjechuu
|
4
|
| -
|
Qajeeltoowwan naamusaa fi duudhaalee (ethical principles & values) Intarpiraayizichaa hubachuun, kabajuun fi ittiin hojjechuu
|
3
|
| -
|
Qophii karooraa, gamaaggama raawwii karooraa, walga’iiwwanii fi mariiwwan tokko shanee irratti hirmaannaa ho’aa taasisuu
|
4
|
| -
|
Hojmaata badaa fi kiraa sassaabdummaa irraa bilisa ta’uu fi irratti qabsaa’uu irratti
|
2
|
|
|
Ida’ama
|
20
|
|
Uunka 9 Ffaa: Ulaagaalee fi Qabxii Madaallii Maamilootni Raawwataa Dhuunfaaf Itti Kennan (20%)
Lakk
|
Ulaagaalee madaallii
|
Qabxii Madaallii (20%)
|
Qabxii kenname
|
1
|
Tajaajila kennamu irratti ragaa fi odeeffannoo yeroodhaanii fi akkaataa barbaachisuun kennuu
|
5
|
|
2
|
Miira tajaajiltummaa gonfatanii tajaajila si’ataa fi qulqullina qabu kennuu
|
4
|
|
3
|
Yaadaa fi komii dhiyaatan fudhachuun sirreeessuu fi duubdeebii kennuu
|
4
|
|
4
|
Hojmaata badaa fi kiraasassaabdummaa irraa bilisa ta’uu fi irratti qabsaa’uu
|
4
|
|
5
|
Tajaajilamtoota haala haqa-qabeessaa fi iftoominaan keessummeessuu fi itti quufinsi isaanii akka guddatu taasisuu
|
3
|
|
|
Ida’ama
|
20%
|
|
Uunka 10 Ffaa: Ulaagaalee fi Qabxii Madaallii Hojjetaan ofi Isaa Ittiin Ofmadaalu (Self Evaluation) (10%)
Lakk
|
Ulaagaalee Madaallii
|
Qabxii Madaallii (10%)
|
Qabxii kenname
| -
|
Karooraa fi gabaasa hojii dhuunfaa torbanii fi ji’aan yeroo fi qulqullinaan qopheessuu
|
2
|
| -
|
Hanqina dandeettii fi beekuumsa ofii adda baasuu fi irratti karoorsuun furmaata itti kennaa deemuu
|
1
|
| -
|
Karoora dhuunfaa galmaan gahuun raawwii karoora adeemsaa/koree keessatti gumaacha taasise
|
3
|
| -
|
Ragaa fi odeeffannoo bifa qindaa’een qabachuu
|
2
|
| -
|
Mul’ata, ergamaa fi dudhaalee mana hojichaa sirriitti hubachuu, hubachiisuu fi hojii hojjetu kallatti kanaan raawwachuu
|
2
|
|
|
Ida’ama
|
10%
|
|
Hubachiisa: Madaalliin hojjettootaa hogganaa dhiyoon karoora fi raawwii irratti hundaa’e shantama keessaa (50%) kan raawwatu yoo ta’u akkaataa qabatamaa karooraa fi raawwii hojjetaa mana hojii irrartti hundaa’uun gaggeeffama. Qabxiin madaallii hojjettootaa madden arfan irraa madaalame koree madaallii fi badhaasaa mana hojichaan kan mirkanaa’u ta’a.
Unka 11ffaa: Cuunfaa Bu’aa Madaallii Qindaa’aa(integrated) Raawwii Hojjetaa
Lakk
|
Tooftaalee madaallii qindaa’aa keessatti hammataman
|
Qabxii qabatu
|
Qabxii argate
|
1
|
Madaallii Raawwii Karoora Hojjetaa
|
50%
|
|
2
|
Madaallii Maamilaa
|
20%
|
|
3
|
Madaallii garee hojii
|
20%
|
|
4
|
Madaallii dhuunfaa
|
10%
|
|
|
Ida’ama
|
100%
|
|
Madaallii bu’aa irratti xiyyeeffatee fi qindaa’aa ta’e ilaalchisee qaamoleen madaalaman 100% keessaa firiin galmeessisan cuunfuudhaan sadarkaa raawwii isaanii kaa’uun barbaachisaa dha.
Unka 12ffaa: Sadarkaa Raawwii
Lk
|
Qabxii 100% keessaa shallagame
|
Qabxii
|
Halluu
|
Sadarkaa raawwichaaf kennamu
|
1
|
Raawwii 90% fi isaa ol kan galmeessisan
|
5
|
Magariisa
|
|
Baay’ee Olaanaa
|
2
|
Raawwii 85% -89% kan galmeessisan
|
4
|
Magariisa haphii
|
|
Olaanaa
|
3
|
Raawwii 75%-84% kan galmeessisan
|
3
|
Burtukaanawaa
|
|
Giddugaleessa
|
4
|
Raawwii 65%-74% kan galmeessisan
|
2
|
Keelloo
|
|
Gadi Aanaa
|
5
|
Raawwii 64% gadi kan galmeessisan
|
1
|
Diimaa
|
|
Baay’ee Gadi Aanaa
|
Dostları ilə paylaş: |