Intarpiraayizii Sanyii Filatamaa Oromiyaa Maanuwaalii Sirna Madaallii fi Badhaas


Adeemsa Gabaasni Madaallii Qindaa’aa Itti Dhiyaatu



Yüklə 487,08 Kb.
səhifə21/67
tarix10.01.2022
ölçüsü487,08 Kb.
#101050
1   ...   17   18   19   20   21   22   23   24   ...   67

Adeemsa Gabaasni Madaallii Qindaa’aa Itti Dhiyaatu


Madaalliin raawwii hojii koree madaallii fi badhaasaa sadarkaa sadarkaan hundaa’een gaggeeffame maanejimantii sadarkaa sadarkaan jiruuf dhiyaatee erga ilaalamee booda, koree madaallii sadarkaa Intarpiraayizichaatti hundaa’eef dhiyatee erga ilaallamee maanejimantii ol’aanaaf kan dhiyaatu ta’a. Kunis madaallin Intarpiraayizicha keessatti adeemsa isaa eeggatee maanejimantii sadarkaa sadarkaan jiruun ilaalamee kan mirkanaa’u ta’a. Haaluma walfakkaatuun bu’aan madaallii hojjetaa hanga adeemsa hojiitti jiru koree madaallii fi badhaasa Intarpiraayizicha keessatti sadarkaa sadarkaan hundaa’uun qindaa’ee, guutumaan guutuutti maanejimantii sadarkaa sadarkaan jiruun kan mirkanaa’u ta’a.

Haaluma kanaan koreen madaallii fi badhaasaa sadarkaa garaa garaatti hundaa’u unka armaan gadiitti fayyadamuun bu’aa madaallii raawwatee ni dhiyeessa.


Unka 13ffaa Akkaataa firiin Madaallii Intarpiraayizii/Dameelee/Qonnaalee adeemsaalee/garee koree madaallii fi badhaasaa madaalamanii manajimantii sadarkaa sadarkaan jiraniif itti dhiyaatu

Maqaa Intarpiraayizii/Damee/Qonnaa adeemsaa/garee--------------------------------------tiif

Guyyaa gabaasichi dhiyaate -------------------------------------------

Lakk

Maqaa Damee/Qonnaa/ adeemsaa/garee

Madaallii raawwii iskoorkaardiin 70% keessaa firii argate

Madaallii supperviizyiiniitiin 10% keessaa firii argate

Madaallii maamilaan taasifameen 10% keessaa firii argate

Madaallii hoogganaa dhiyootiin taasifameen 10% keessaa firii argate

Firii 100% keessaa cuunfame

Bu’aa madaallii irratti hundaa’uun sadarkaa argate

Yaada

1

























2

























3

























4

























5

























Koree sirna madaallii fi badhaasaa Intarpiraayizii/Damee/Qonnaa adeemsaa/garee hojii

Maqaa mallattoo guyyaa

1. -------------------------------- -------------- ----------------

2. ------------------------------- -------------- ----------------

3. ------------------------------- --------------- ----------------

4. ------------------------------- --------------- ----------------

5. ------------------------------- ---------------- ----------------
Unka 14 Akkaataa firiin Madaallii hojjetaa manajimantii sadarkaa sadarkaan jiraniif itti dhiyaatu

Maqaa Adeemsaa/garee Hojii __________________________________________

Guyyaa gabaasichi dhiyaate:________________________________________

lakk

Maqaa hojjetaa

Madaallii raawwii karoora hojjetaa (50%)

Madaallii miseensota koreetiin guutamu (20%)

Madaallii maamilaan guuttamu
(20%)

Madaallii hojjetaan ofiin of madaalu (10%)

Firii 100% keessaa cuunfame

Sadarkaa argate

yaada

1

























2

























3

























Koree sirna madaallii fi badhaasaa Intarpiraayizii/Damee/Qonnaa adeemsaa/garee hojii

Maqaa mallattoo guyyaa

1. -------------------------------- -------------- -------------

2. ------------------------------- -------------- -------------

3. ------------------------------- --------------- -------------

4. ------------------------------- --------------- -------------

5. ------------------------------- ---------------- --------------

Uunka 15 ffaa Akkaataa gabaasni firiin koree madaallii fi badhaasaa Intarpiraayizichaa sadarkaa sadarkaan jiru manajimantii caasaa Intarpiraayizichaa sadarkaa sadarkaan jiraniif itti dhiyaatu

Maqaa Damee/Qonnaa adeemsaa/garee hojii--------------------------------------------

Guyyaa gabaasichi dhiyaate --------------------------------------------



Madaallii raawwii iskoorkaardiitiin 70% keessaa firii argate

Madaallii supperviizyiiniitiin 10% keessaa firii argate

Madaallii maamilan taasifameen 10% keessaa firii argate

Madaallii hoogganaa dhiyootiin taasifameen 10% keessaa firii argate

Firii 100% keessaa cuunfame

Bu’aa madaallii irratti hundaa’uun sadarkaa argate

Yaada






























































Hoogganaa Damee/Qonnaa adeemsaa/garee hojii

Maqaa----------------------------------------

Mallattoo-------------------------------------

Guyyaa---------------------------------------
Uunka 16 ffaa Akkaataa gabaasni Firiin Madaallii caasaa ISFO sadarkaa sadarkaan jirun maanajimantii sadarkaa isaa olii jiruuf itti dhiyaatu

Manajimantii--------------------------------------------------------------tiif

Guyyaa gabaasichi dhiyaate --------------------------------------------

Lakk

Maqaa

Madaallii raawwii iskoorkaardiitiin 70% keessaa firii argate

Madaallii supperviizyiiniitiin 10% keessaa firii argate

Madaallii maamila fi dhimmamtootaan taasifameen 10% keessaa firii argate

Madaallii hoogganaa dhiyootiin taasifameen 10% keessaa firii argate

Firii 100% keessaa cuunfame

Bu’aa madaallii irratti hundaa’uun sadarkaa argate

Yaada

1

























2

























3

























4

























Koree sirna madaallii fi badhaasa caasaa sadarkaa sadarkaa jiran

Maqaa mallattoo guyyaa

1. -------------------------------- -------------- ----------------

2. ------------------------------- -------------- ----------------

3. ------------------------------- --------------- ----------------

4. ------------------------------- --------------- ----------------



5. ------------------------------- ---------------- ----------------
Madaalliin raawwii hojii koree madaallii sadarkaa garaa garaatti hundaa’uun erga gaggeeffamee manajimantii iddoo sana jiruun yaadni itti kennamee booda, manajimantii sadarkaa sanii oliitiin kan mirkanaa’u ta’a.


    1. Yüklə 487,08 Kb.

      Dostları ilə paylaş:
1   ...   17   18   19   20   21   22   23   24   ...   67




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin