|
Gahee Hojii fi Aangoo Qaama Komee Dhaggeeffatuu
|
səhifə | 25/67 | tarix | 10.01.2022 | ölçüsü | 487,08 Kb. | | #101050 |
| Gahee Hojii fi Aangoo Qaama Komee Dhaggeeffatuu Sadarkaa waajjira ol’aanaa Komeewwan bu’aa madaallii fi badhaasaa sadarkaa Waajjira ol’aanaairraa dhihaatuu fi Damee irraa ol’iyyannoon dhihaatan ni ilaala, bu’aa isaas ni sakatta’a. Yaada murtii qaama mirkaneessuuf ni dhiyeeassa. Barbaachisaa yoo ta’ee argame ragaa koree madaallii fi badhaasaa koree daka jiru irraa akka dhiyaatu ni taasisa. Bu’aa madaallii fi badhaasaa adeemsa waliigalaa ni sakatta’a. Qaamni komee dhaggeeffatu murtee guyyoota taa’an keessatti qaama komee dhiyeeffateef barreeffamaan ni kenna, ni beeksisa, garagalchaan hogganaa sadarkaa sadarkaan jiraniif ni dhiyeessa. -
Sadarkaa Dameeleeti
-
Komeewwan bu’aa madaallii fi badhaasaa sadarkaa Damee irraa dhihaatuu fi Qonnaalee irraa ol’iyyannoon dhihaatan ni ilaala, bu’aa isaas ni sakatta’a. Yaada murtii qaama mirkaneessuuf ni dhiyeeassa.
-
Barbaachisaa yoo ta’ee argame ragaa koree madaallii fi badhaasaa koree daka jiru irraa akka dhiyaatu ni taasisa.
-
Bu’aa madaallii fi badhaasaa adeemsa waliigalaa ni sakatta’a.
-
Qaamni komee dhaggeeffatu murtee guyyoota taa’an keessatti qaama komee dhiyeeffateef barreeffamaan ni kenna, ni beeksisa, garagalchaan hogganaa sadarkaa sadarkaan jiraniif ni dhiyeessa.
-
Sadarkaa Qonnaaleetti
-
Komeewwan bu’aa madaallii fi badhaasaa sadarkaa Qonnaalee irraa dhihaatan ni ilaala, bu’aa isaas ni sakatta’a. Yaada murtii qaama mirkaneessuuf ni dhiyeeassa.
-
Barbaachisaa yoo ta’ee argame ragaa jiru irraa akka dhiyaatu ni taasisa.
-
Bu’aa madaallii fi badhaasaa adeemsa waliigalaa ni sakatta’a.
-
Qaamni komee dhaggeeffatu murtee guyyoota taa’an keessatti qaama komee dhiyeeffateef barreeffamaan ni kenna, ni beeksisa, garagalchaan hogganaa sadarkaa sadarkaan jiraniif ni dhiyeessa.
Dostları ilə paylaş: |
|
|