Intarpiraayizii Sanyii Filatamaa Oromiyaa Maanuwaalii Sirna Madaallii fi Badhaas


Bu’aa Sirna Badhaasichaa Irraa Eegamu



Yüklə 487,08 Kb.
səhifə30/67
tarix10.01.2022
ölçüsü487,08 Kb.
#101050
1   ...   26   27   28   29   30   31   32   33   ...   67

Bu’aa Sirna Badhaasichaa Irraa Eegamu


  • Miira kaka’umsaa fi wal -dorgommii ni uuma;

  • Qaamolee Intarpiraayizichaa raawwii caalmaa galmeessisaniif beekamtii ni kenna;

  • Adeemsa jijjiiramaa itti fufiinsa qabuu fi amansiisaa ta’e ni fida.
    1. Daangaa Sirna Badhaasichaa


Sirni badhaasaa kun caaseffama Intarpiraayizii Sanyii Filatamaa Oromiyaa sadarkaa sadarkaan argaman: Waajjira ol’aanaa, Dameelee fi Qonnaalee irratti kan hojii irra oolu ta’a.

Kana jechuunis sirni badhaasichaa kan geggeeffamu Damee fi Damee gidduutti, Qonnaalee fi Qonnaalee gidduutti, Adeemsotaa fi Adeemsota gidduutti, Gareelee fi Gareelee gidduutti, hojjetootaa fi hojjetoota gidduutti, bu’aalee raawwii karoora hojii bu’uureffaachuun wal-dorgommiin kan taasifamu ta’a.



    1. Yüklə 487,08 Kb.

      Dostları ilə paylaş:
1   ...   26   27   28   29   30   31   32   33   ...   67




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin