|
Adeemsa Badhaafamtootni Guyyaa Kabaja Badhaasaa Itti Dhiyaatanii fi Badhaafaman
|
səhifə | 34/67 | tarix | 10.01.2022 | ölçüsü | 487,08 Kb. | | #101050 |
| Adeemsa Badhaafamtootni Guyyaa Kabaja Badhaasaa Itti Dhiyaatanii fi Badhaafaman
Kaadhimamtootni badhaasaaf yemmuu dhiyaatan dhimmootni xiyyeeffannoon kennamuufi qabu fi ibsaman kan armaan gadii ta’uu qabu. Isaanis:
-
kayyoo badhaasichaa
-
Faayidaa badhaasichaa
-
Haala foo’annoo kaadhimamtootaa
-
Ibsa bu’aalee fi muuxannoowwan gaggaarii kaadhimamtootni galmeessisan
Uunka 15ffaa Bu’aalee fi Muuxannoowwan Gaggaariin Qaamni Badhaafamu Ragaa Ittiin Dhiyaatu
-
Bara madaallii fi badhaasaa--------------------------------
-
Qaama badhaasicha mirkaneesse--------------------------
Yaadachiisa: ragaan bu’aalee fi muuxannoowwan Qaamni badhaasaaf isa geessise kan argamu gabaasa koree madaallii fi badhaasaa irraa argamu ta’a.
Dostları ilə paylaş: |
|
|