|
Yaada maddoota ragaalee irratti kennamuu qabu (guutuu, hanqina kan qabu, kan hin jirre yoo ta’e)
|
səhifə | 39/67 | tarix | 10.01.2022 | ölçüsü | 487,08 Kb. | | #101050 |
| |
-
Ulaagaalee fi unka Intarpiraayizii/Dameelee/Qonnaalee/Adeemsota/Gareewwan/Hojjetaan maamila fi qooda fudhattoota irraa argamu itti gaggeeffamu
Ulaagaa madaallii
|
Qabxii madaallii (10%)
|
Tarreeffama ulaagaalee madaalliitii fi qabxii qabatan
|
Ragaalee koreen madaallii fi badhaasaa ilaaluu qabu
|
Tooftaa ragaaleen ittin mirkanaa’an
|
Qophii fi raawwii karoora, deggarsaa fi gamaaggamaa irratti maamila fi qooda fudhattoota itti fufiinsaan hirmaachisuu isaa
|
2%
|
Qophii fi raawwii karoora, deggarsaa fi hordoffii irratti maamila fi qooda fudhattoota itti fufiinsaan guutumaan guututti yoo hirmaachise (2)
|
Gabaasa
| |
Dostları ilə paylaş:
|
|