|
|
səhifə | 41/67 | tarix | 10.01.2022 | ölçüsü | 487,08 Kb. | | #101050 |
| Sanadoota,
Marii maamilan
Marii dhimmamaan
Tajaajila kennamu irratti hawaasaa fi qooda fudhattoonni ragaa fi odeeffannoo ga’aa haala barbaadamuun qabuun argachuu yoo baatan (1)
|
Tajaajila kennamu irratti hawaasaa fi qooda fudhattoonni ragaa fi odeeffannoo ga’aa argachuu akka danda’aniif haalli dandeessisu jiraachuu yoo baate(0)
|
Yaada maddoota ragaalee irratti kennamuu qabu (guutuu, hanqina kan qabu, kan hin jirre yoo ta’e) :
|
Firii madaallii kenname___/1%
|
Jaarmiyaa/ademsi/koreen akkaataa chaartarii lammiilee fi sanada JBAHtiin tajaajila si’ataa kennuu, tajaajila kenname keessattis waltajjiiwwan maamila waliin gageeggsee duubdeebii kennuu
|
3%
|
Intarpiraayizii/Dameelee/Qonnaalee/Adeemsota/Gareewwan/Hojjetaan akkaataa chaartarii lammiilee fi sanada JBAHtiin tajaajila si’ataa yoo kenne, tajaajila kenname keessatti waltajjiiwwan maamila waliin gageeggsee duubdeebii gutumaan guututtii yoo kenne (3)
| -
Sanada chaartarii lammiilee
-
Sanada JBAH
-
Gabaasa maamilaa waliin waltajjiiwaan itti gaggeeffame
-
Qaboo yaa’ii
-
| |
Dostları ilə paylaş: |
|
|