Intarpiraayizii Sanyii Filatamaa Oromiyaa Maanuwaalii Sirna Madaallii fi Badhaas



Yüklə 487,08 Kb.
səhifə43/67
tarix10.01.2022
ölçüsü487,08 Kb.
#101050
1   ...   39   40   41   42   43   44   45   46   ...   67
Firii madaallii kenname___/2%

Jaarmiyaa/ademsi/koreen kenna tajaajilaatiin haalli gurmaa’insa isaa mijataa fi dhaqqabamaa ta’uu isaa

1%

Intarpiraayizii/Dameelee/Qonnaalee/Adeemsota/Gareewwan/Hojjetaan kenna tajaajilaatiin haalli gurmaa’insa isaa mijataa fi dhaqqabamaa yoo ta’e (1)

  • Sanad JBAH

  • Sanada SMBKT






  • Sanadoota,

  • Dawwannaan,

  • Marii maamilan

  • Marii dhimmamaan




Intarpiraayizii/Dameelee/Qonnaalee/Adeemsota/Gareewwan/Hojjetaan kenna tajaajilaatiin haalli gurmaa’insa isaa mijataa ta’ee garuu dhaqqabamaa ta’uu yoo baate (0.75)

Intarpiraayizii/Dameelee/Qonnaalee/Adeemsota/Gareewwan/Hojjetaan dhaqqabamaa ta’ee garuu mijataa ta’uu yoo baate (0.5)

Intarpiraayizii/Dameelee/Qonnaalee/Adeemsota/Gareewwan/Hojjetaan kenna tajaajilaatiin haalli gurmaa’insa isaa mijataa fi dhaqqabamaa ta’uu yoo baate (0)

Yaada maddoota ragaalee irratti kennamuu qabu (guutuu, hanqina kan qabu, kan hin jirre yoo ta’e) :




Yüklə 487,08 Kb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   39   40   41   42   43   44   45   46   ...   67




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin