Firii madaallii kenname___/1%
Yaadaa, komii fi iyaannoo maamila fi dhimmamtoota irraa dhiyaatan akkaataa chaartarii lammiilee keessatti waadaan galameen fi adeemsa komiin itti keessummaa’uun keessummeeffamuu fi duub-deebii kennamaa jiraachuu isaa
|
2%
|
Yaadaa, komii fi iyaannoo maamila fi dhimmamtoota irraa dhiyaatan akkaataa chaartarii lammiilee keessatti waadaan galameen fi adeemsa komiin itti keessummaa’uun keessummeeffamuu fi duub-deebii yoo kenne (2)
| -
Sanadoota sakatta’iinsa maamilaa
-
Saandiqa yaadaa
-
Galmee yaadaa
-
Chaartarii lammiilee
-
Danbii komeen itti keessumma’u
-
| -
Sanadoota,
-
Dawwannaan,
-
Marii Hojjeetaan
-
Marii maamilan
-
Marii dhimmamaan
|
Yaadaa, komii fi iyaannoo maamila fi dhimmamtoota irraa dhiyaatan akkaataa chaartarii lammiilee keessatti waadaan galameen fi adeemsa komiin itti keessummaa’uun keessummeeffamee garuu duub-deebiin kennamuufii yoo baate (1)
|
Yaadaa, komii fi iyaannoo maamila fi dhimmamtoota irraa dhiyaatan akkaataa chaartarii lammiilee keessatti waadaan galameenii fi adeemsa komiin itti keessummaa’uun keessummeessuu fi duub-deebii irratti ciccitaa yoo ta’e (0.5)
|
Yaadaa, komii fi iyaannoo maamila fi dhimmamtoota irraa dhiyaatan akkaataa chaartarii lammiilee keessatti waadaan galameen fi adeemsa komiin itti keessummaa’uun keessummeeffameessuu fi duub-deebii kennaa jiraachuu yoo baatan (0)
|
Yaada maddoota ragaalee irratti kennamuu qabu (guutuu, hanqina kan qabu, kan hin jirre yoo ta’e) :
|
|