Intarpiraayizii Sanyii Filatamaa Oromiyaa Maanuwaalii Sirna Madaallii fi Badhaas



Yüklə 487,08 Kb.
səhifə47/67
tarix10.01.2022
ölçüsü487,08 Kb.
#101050
1   ...   43   44   45   46   47   48   49   50   ...   67
Firii madaallii kenname___/2%

Deeggarsaa, hordoffii fi duub-deebii akkaataa karooraatiin taasisuu fi jijjiirama dhufe

2%


Sirna hordoffii fi deeggarsaa yeroo isaa eeggate haala karooraatiin itti fufiinsaan raawwaachuun, deeggarsa taasifame irratti duub-debii kennuun jijjiiramni/fooyya’iinsa/ qabatamaan yoo dhufee (2)

  • TOR fi ckeekliistii ittiin dirree bahame

  • Karoora deeggarsaa fi hordoffii

  • Gabaasa deeggarsaa fi hordoffii

  • Qaboo yaa’ii



  • Sanadoota,

  • Dawwannaan,

  • Marii Maamila fi hojjetaa

  • Qorannoowwan gaggeeffaman irraa

Sirna hordoffii fi deeggarsaa yeroo isaa eeggate haala karooraatiin itti fufiinsaan kennuun duub-deebiin kennamee garuu jijjiiramni yoo dhufuu baate (1)

Sirna hordoffii fi deeggarsaa ciccitaa fi itti fufiinsa kan hin qabne fi dub-deebii kenname ciccitaa fi jijjiiramni dhufe kan hin jirre yoo ta’e (0.5)

Sirna hordoffii fi deeggarsaa fi duub-deebii taasifame goonkumaa yoo hin jiraanne(0)

Yaada maddoota ragaalee irratti kennamuu qasbu (guutuu, hanqina kan qabu, kan hin jirre yoo ta’e) :




Yüklə 487,08 Kb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   43   44   45   46   47   48   49   50   ...   67




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin