|
Daangaa Sirna Madaallii fi Badhaasaa
|
səhifə | 5/67 | tarix | 10.01.2022 | ölçüsü | 487,08 Kb. | | #101050 |
|
Maanuwaaliin Sirna madaallii fi badhaasaa kun qaamota Intarpiraayizichaa sadarkaa sadarkaan jiran kanneen akka Intarpiraayizii/Dameelee/Qonnaalee/Adeemsaalee/Gareewwan hojii fi hanga raawwataa dhuunfaa akkasumas hojjettoota koontiraataa waliigalteen isaanii ji’oota jahaa ol ta’an mul’ataa fi ergama Intarpiraayizichaa milkeessuuf qooda fudhatan hundaa madaaluun adda baasanii hanga badhaasuutti kan raawwatuu dha.
-
-
Sadarkaa Intarpiraayiziittii
-
Sadarkaa Dameelee
-
Sadarkaa Qonnaalee
Dostları ilə paylaş: |
|
|