laagaa madaallii
|
Qabxii madaallii (20%)
|
Tarreeffama ulaagaalee madaalliitii fi qabxii qabatan
|
Ragaalee koreen madaallii fi badhaasaa ilaaluu qabu
|
Tooftaa ragaaleen ittin mirkanaa’an
|
Tajaajila kennamu irratti ragaa fi odeeffannoo yeroodhaanii fi akkaataa barbaachisuun kennuu
|
5
|
Tajaajila kennamu irratti ragaa fi odeeffannoo yeroodhaanii fi akkaataa barbaachisuun kennuu (5)
| -
Sanadoota sakatta’iinsa maamilaa
-
Saandiqa yaadaa
-
Galmee yaadaa
-
Maloota
-
| -
Sakatta’iinsa sanadoota,
-
Marii Hojjeetaan
-
Marii maamilan
-
Marii dhimmamaan
|
Tajaajila kennamu irratti ragaa akkaataa barbaachisuun iddoo fi yeroo barbaachisaa ta’etti jiraate, odeeffannoon guutuu ta’ee maamilaaf kan hin kennamne yoo ta’e (3)
|
Tajaajila kennamu irratti raga fi odeeffannoo yeroodhaanii fi akkaataa barbaachisuun kennuu irratti itti fufiinsa qabaachuu yoo baate (1.5)
|
Tajaajila kennamu irratti ragaa fi odeeffannoo yeroodhaanii fi akkaataa barbaachisuun kan hin kennamne yoo ta’e (0)
|
Yaada maddoota ragaalee irratti kennamuu qabu (guutuu, hanqina kan qabu, kan hin jirre yoo ta’e) :
|
|