Firii madaallii kenname___/5%
Yaadaa fi komii dhiyaatan fudhachuun sirreeessuu fi duubdeebii kennuu
|
4%
|
Yaadaa fi komii dhiyaatan fudhachuun sirreeessuu fi duubdeebii kennuu (4)
| | -
Sakatta’iinsa sanadoota,
-
Marii Hojjeetaan
-
Marii maamilan
-
Marii dhimmamaan
|
Yaadaa fi komii dhiyaatan fudhachuun sirreeessuun jiraatee garuu duub-duub-deebiin kennamu guutuu ta’uu yoo baate (2.5)
|
Yaadaa fi komii dhiyaatan fudhachuun sirreeessuu fi duubdeebii kennuu irratti itti fufiinsa qabaachuu yoo baate (1)
|
Yaadaa fi komii dhiyaatan fudhachuun sirreeessuu fi duubdeebii kennuun kan hin jirre yoo ta’e (0)
|
Yaada maddoota ragaalee irratti kennamuu qabu (guutuu, hanqina kan qabu, kan hin jirre yoo ta’e) :
|
|