|
|
səhifə | 7/67 | tarix | 10.01.2022 | ölçüsü | 487,08 Kb. | | #101050 |
| -
Karoora guddinaa fi tiraanisfoormeeshinii akka galma gahu gumaacha ni taasisa
-
Bu’aa sirna madaalliitiin argamuun dandeettiin raawwachuu fi raawwachiisummaa ni cima;
-
Misoomni diinagdee, haawwasuummaa fi siyaasaa akka guddatu, akkasumas bulchiinsi gaariin akka dagaagu ga’ee ol’aanaa ni taphata;
-
Qulqullinaa fi fudhatama qabiinsa ragaa gara sadarkaa ol’aanaatti geessisa.
-
Raawwii Intarpiraayizichaa bifa itti fufiinsa qabuun fooyyeessuu fi ga’umsa akka qabaatuu fi dorgomaa ta’u taasisa;
-
Sadarkaa hundatti dandeettii raawwachiisummaa fi murteessuu cimsa;
-
Iftoominaa fi itti gaafatamummaa cimsa;
-
Ciminoota raawwii keessatti mul’atan baay’ee dabaluu fi hanqinaalee mul’atan irratti deeggarsa addaa kennuuf ykn argachuuf ni gargaara;
-
Quunnamtii Intarpiraayizichaa fi maamila isaa gidduu jiru ni cimsa;
-
Aadaa bu’aaf hojjechuu ni dabala;
-
Dhaabbata yeroo hunda baratu (learning organization) ta’uuf ni gargaara;
-
Fedhiin maamilootaa gama hundaan guutamaa adeemuu isaa mirkaneessa;
-
Miiraa wal-dorgommii uumuudhaan yeroo hundaa jijjiirama fida;
-
Bu’aawwan sadarkaa sadarkaan galmaa’an akka uulaagaa sadarkaa guddinaa, jijjiirraa, leenjii, carraa barnootaa, onnachiiftuu hojjettootaa dorgommiin adda baasuuf ni gargaara.
Dostları ilə paylaş: |
|
|