Karoora fiizikaalaa fi faayinaansii bara 2009


Karoora humna Namaa fi Faayinaasii ATTDhMMO



Yüklə 1,01 Mb.
səhifə7/11
tarix17.01.2019
ölçüsü1,01 Mb.
#99681
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10   11

5. Karoora humna Namaa fi Faayinaasii ATTDhMMO

5.1 Karoora Humna Namaa


 

Lakk


 

Mata dure



 

Safa


Karoora waggaa

kurmaa

1ffaa

2ffaa

3ffaa

4ffaa

1

Qaxarrii

Lakk

7




4

3

 

























2

jijjiraa

Lakk








































3

Sadarkaa guddinaa

Lakk

2




2









5.2. Karoora Faayinaasii


Cuunfama karooraa Faayinaasii Mana hojii ATTDhMMO Bara 2009 /Qr/

Lakk

Mata duree

Tilmaama Baajataa




Ida’ama Baajataa Iddillee

11,455,711.00

1

Mindaa hojetootaa dhaabbii

4,217,557.00

2

Meeshaalee fi Tajaajjilawwan

6,596,229.00

3

Qabeeyna dhaabbii fi Ijaarsaa

500,000.00

4

Kaffalittiiwaan Biroo

141,925.00




Ida’ama Invastmantii Mootummaa

312,000,000.00

5

Kaapitaala Ka’umsa IDO cod (004)

150,000,000.00

6

Kaapitaala Ka’umsa IIDO cod (005)

162,000,000.00




Ida’ama Waliigala

323,455,711.00


Kutaa III

Yaadoowwanii fi Soodaawwan (Assumptions and Risks)


ATTDhMMO rakkoolee fi hanqinoolee adda baahaniif fala ka'uuf karoora Bara 2009 keessatti kallattilee gurguddoo armaan gadii qabatee hojii keessa galuuf qophaayee jira.

  • Hojiin hojjetamu kami iyyuu raayyaa fi raayya qofaan hojjechuu

  • Hojiin hojjetamu hundaa ilaalchaa fi gocha kiraassasabdumaa karaa dhabamsiisuun raawwachuu fi dadhabsiisaa deemuudha.

  • Riifoomii bifa guutuu fi walitti hidhamiinsa qabuun hojiira oolchuu

  • Hojii fi karoora mana hojichaa karaa hirmaachisaa fi dimokiraatawa ta’een raawwachuu. akkasumas qindoomina sekterootaa dabaluu

  • Leenjii, Marii fi gamaaggama adda addaa geggesuun human dandeetti raawwachistumaa geggessitootaa fi raawwatootaa cimsuu

  • Hojiilee hojjatamu kamuu walitti hidhamnisaa fi qindoomina maamilaan raawwachuu

  • Qajeelfamaa fi hojimaata hojii mootummaa diriirse kabajuu fi kabachiisuu



  1. Yüklə 1,01 Mb.

    Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10   11




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin