Karoora fiizikaalaa fi faayinaansii bara 2009


Sirna Deggersaa, Hordoffii fi Gamagamaa



Yüklə 1,01 Mb.
səhifə8/11
tarix17.01.2019
ölçüsü1,01 Mb.
#99681
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10   11

Sirna Deggersaa, Hordoffii fi Gamagamaa


ATTDhMMO hanqinoota duraan gama Deggersaa, Hordoffii fi Gamagamaa turanii bu’uura irraa jijjiiruuf hojimaata Deggersaa, Hordoffii fi Gamagamaa ittiin raawwatu qopheessuun hudhaawwan gama kanaan jiran hiikuuf irratti karoorfatee jira. Haaluma kanaan bara baajataa kana irraa eegalee hojiin kun haala hirmaachiisaa ta’ee fi bu’aa irratti xiyyeeffateen qindoominaan kan gaggeeffamu ta’a. Haaluma kanaan:

    • Karoorri haala hirmaachisummaa qabuun ni qophaa’a, erga mirkanaa’ee boodasi hojjatoota hunda waliin marii bal'aan ni taasifama. Raawwii karoorichaatifis qophii barbaachisaan ni taasifama.

    • Gabaasni raawwii hojii ATTDhMMO fi DhMMO hundaa haammatu ji’a fi kurmaanaan qaama dhimmi ilaaluf kan dhiyaatu ta’a.

    • Gabaasni raawwii hojii DhMMO irraa ji'a ji'aan dhiyaatu xiinxaluun hanqinaalee mul'atan irratti duubdeebiin barrefamaan ni kennama.

    • Raawwii hojii DhMMO kurmaana kurmaan fi waggaatti waltajjii qopheessuun ni gamagama hanqinaalee mul'atan irratti kallattiin ni kennama.

    • Kurmaana kurmanaan supervizinii dirree geggesuun hojiiwwan DhMMOtiin hojjetaman ciminaalee fi hanqinaalee mullatan adda baasuun waltajjii gamagamaaf galtee ni ta’a..

    • Odiitiin keessaa adeemsa raawwii hojimaata mana hojichaatiin wal-qabatee geggeefamaan qorachuun hogansa mana hojiif eega dhiyeesee booda iddoo sirrefamnii fi tarkaanfii fudhatamuu qabu adda bahee ni raawwatama. Hanqinni Sirrefamaa fi Tarkaanfii fudhachuuf ka'umsa ta'an akka hin babal'aneef hanqinoolee adda bahan irratti ni hojjatama.

    • Manaajimentii mana hojichaa sagantaa idilee hojiilee isaanii ittin qoratan torbeetti guyyaa tokko ni qabaatu.

    • Hojii ji’a ji’aan harca’aan hafan cheeklistii qopheesanii ji’a itti aanuu keessatti raawwatamuu isaa hordofuu.

    • Raawwiin hojii tokko-shaneen, garee raayyaa fi gumii adda durootaatiin sagantaa qabameen gamagamamaa deema

    • Raayyaa jijjiiramaa ijaarameen guyyaa guyyaatti hojjataan tokko shaniin olmaa waljijjiruun torbeetti immoo hojii gamaggamuun ta.a

.

  1. Kaayyoolee, Safartuulee, Manii fi Tarkaanfii-wwaan Tarsiimoo’aa (OMTI) Bara hojii 2009


7.1 Iskoor Kaardii sadarkaa mana hojii ATTDhMMO bara hojii 2009

KallattiMadaalii

Kaayyolee Tarsiimo’aa

Safartuulee kaayyoo

Raaw

2008

Karo

2009

Manii 2009 kurmaanan

Kur 1ffaa

Kur 2ffaa

Kur 3ffaa

Kur 4ffaaa

Maamila Lammii

Amantaa maamilaa dabaluu

Amantaa dabale (%n)

64

70




67




70

Itti quufinsa maammilaa dabaluu

Itti quufinsa dabale (%n)

68

73




70




73

Fayyadamummaa maamilaa guddisuu

Fayyadamummaa maamilaa guddate (%n)

85

88










88

Faayinaansi


Gahumsaa fi bu’aa qabeessummaa baajataa fooyessuu

Gahumsa itti fayyadama baajataa dabale(efficiency) (%n)

83

87










87

Qisaasama qabeenyaa xiqqeessuu

Qisasama xiqqatee (%n)

9

7










7

Adeemsaa keessaa

Sirna karoora, hordoffii, deggersa, to’annoo fi gamagamaa fooyessuu

Fooyya’insa raawwii hojii dabale (%n)

86.5

89










89

Uwwisa deeggersa,hordoffii fi gamaggamaa (%n)

69

74

68

70

72

74

Hoggansa tarsimaa’a ta’e kennuun humna raawwachiisummaa DhMMO cimsuu

Dambiiwwanii fi qajeelfamoota hojii diriireen (%n)

62

70










70

Raawwii hojii dabaleen (%)

86.5

89










89

Muuxannoowwan gaggaarii qindeesuudhaan babal’isuu

Baay’ina muuxannoo gaarii qindaa’an (lakk)

3

6

1

2

1

2

Muuxannoowwan gaarii babal’atan( lak)

2

4


1

1

1

1

Qorannoo fi qo’annoo bu’a qabeessummaa dhaabbolee misoomaa guddisaan geggeessuu

Qo’annoo fi qorannoo gaggeeffame (%)

54

61










61

Qaawwa humna raawwachiisumma guutame (lakk)

65

71










71

Dhaabbilee misooma bu’aa qabeessa ta’an (lakk)

61.5

63.5










63.5

Rakkoo DhMMO qorannoon adda bahe (lakk)

1

2










2

Sadarkaa DhMMO adda bahe (lakk)

1

2










2

hojii biizinasii dagaage deggersa kenname (lakk)

58

62










62

Qorannoo qaawwaa gabaa geggeessuu

Qaawwa gabaa adda ba’ee furmaata argate (lakk)

1

2










2

Kenna tajaajilaa fooyessuu

Komii maamilaa xiqqaate(%n)

30

25










25

Kenna tajaajilaa foyya’ee (%n)

70

76

72

73

74

76

Humna raawwii ATTDhMMO dabale (%dhaan)

86.5

89










89

Ijaarsa Dandeettii

Dandeettii raawwachiisummaa hoggantootaa fi hojjettootaa fooyyessuu

Hoggantootaa fi hojjettoota leenjii yeroo dheeraa fudhatan ( Lakk)

1

2










2

Hoggantootaa fi hojjettoota leenjii yeroo gabaabaa fudhatan ( Lakk)

200

300










300

Ga’ee hojjattootaa Digrii 1ffaa fi isaa ol qaban dabale (%n)

3

5










5

Dhiyeessaa fi itti fayyadama teeknoloojii fooyyessuu


Humna namaa teeknoloojiitti fayyadame (%n)

91

93










93

Uwwisa dhiyeessi teknooloojii dabale (%n)

60

65

62

63

64

65

‘MIS’diriire (lakk)

75

81

76

77

79

81

Aadaa fi naannoo hojii fooyyesuu

Gad-lakkisa hojjettootaa xiqqaate (%n)

4

3

3.8

3.6

3.2

3

Itti quufinsa hojjetoota dabale (%n)

73

78




75




78

7.2 Iskoor Kaardii Hojii Ijoo Hordoffii To’annoo Deggersa fi Gaamagama Raawwii karoora DhMM



Kallatmadaa

Kaayyoo tarsiimo’aa

Safartuulee kaayyoo

Raaw

2008

Karo

2009

Manii 2009 kurmaanan

Kur 1ffa

Kur 2ffa

Kur 3ffaa

Kur 4ffaaa

Maam

Amantaa maamilaa dabaluu

Amantaa maamilaa dabale (%n)

64

70




67




70

Itti quufinsa maammilaa dabaluu

Itti quufinsa maamilaa dabale (%n)

68

73




70




73

Fayyadamummaa maamilaa guddisuu

Fayyadamummaa maamilaa guddate (%n)

85

88










88

Faayinsaansii

Gahumsaa fi bu’aa qabeessummaa baajataa fooyessuu

Gahumsa itti fayyadama baajataa dabale(efficiency) (%n)

83

87










87

Qisaasama qabeenyaa xiqqeessuu

Qisasama xiqqatee (%n)

9

7










7

Adeemsa Keessaa

Sirna karoora,hordoffii, deeggarsa, to’annoo fi gamagammaa foyyeessuu

Fooyya’insa raawwii hojii dabale (%n)

88

89










89

Uwwisa deeggersa,hordoffii fi gamaggamaa (%n)

69

74

68

70

72

74

Humna raawwachiisummaa oggansa Dhaabbolee Misoomaa Cimsu

Qaawwa humna raawwachiisummaa guutamee (%n)

65

71










71

Hojimaata ammaya’aa diriireen(%n)

58

66










66

Raawwii hojii dabaleen (%n)

86.5

89










89

Qajeelfama bulchiinsa qabeenya human namaa hojii irra oole (%n)

68

72










72

Muuxannoowwan gaggaarii qindeesuudhaan babal’isuu

Walitti hidhamiinsa uumame (lakk)

6

9










9

Qindoomina uumamen hojii hojjetame (%)

53

58










58




Sirna walitti hidhamiinsa fi qindoomina dhaabbilee misooma gidduu fi qaamoota adda adaa cimsuu

Walitti hidhamiinsa uumame (lakk)

6

9










9

Qindoomina uumamen hojii hojjetame (%)

53

58










58

Kenna tajaajilaa fooyessuu

Komii maamilaa xiqqaate(%n)

30

25










25

Kenna tajaajilaa foyya’ee (%n)

70

76

72

73

74

76

Humna raawwii ATTDhMMO dabale (%dhaan)

86.5

89










89

Ijaarsa Dandeettii

Dandeettii raawwachiisummaa hoggantootaa fi hojjettootaa fooyyessuu

Hoggantootaa fi hojjettoota leenjii yeroo dheeraa fudhatan ( Lakk)

1

2










2

Hoggantootaa fi hojjettoota leenjii yeroo gabaabaa fudhatan ( Lakk)

200

300










300

Ga’ee hojjattootaa Digrii 1ffaa fi isaa ol qaban dabale (%n)

80

85

83




85

85

Dhiyeessaa fi itti fayyadama teeknoloojii fooyyessuu

Humna namaa teeknoloojiitti fayyadame (%n)

91

93










93

Uwwisa dhiyeessi teknooloojii dabale (%n)

60

65

62

63

64

65

‘MIS’diriire (lakk)

75

81

76

77

79

81

Aadaa fi naannoo hojii fooyyessuu

Gad-lakkisa hojjettootaa xiqqaate (%n)

4

3

3.8

3.6

3.2

3

Itti quufinsa hojjetoota dabale (%n)

73

78




75




78

Yüklə 1,01 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10   11




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin