Karoora fiizikaalaa fi faayinaansii bara 2009



Yüklə 1,01 Mb.
səhifə9/11
tarix17.01.2019
ölçüsü1,01 Mb.
#99681
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10   11


7.3 Iskoor Kaardii Daarektooreetii Hojii Ijoo Qorannoo Qo’annoo fi Dagaagina Biizinasii ATTDhMMO

Kallattii madaallii

Kaayyoo tarsiimo’aa

Safartuulee kaayyoo

Raaw

2008

Karo

2009

Mani 2009 kurmaanan

Kur 1ffaa

Kur 2ffaa

Kur 3ffaa

Kur 4ffaaa

Maamila

1.Amantaa maamilaa dabaluu

1;.Amantaa maamilaa dabale %n

64

70




67




70

2.Itti quufinsa maammilaa dabaluu

2Itti quufinsa maamilaa dabale (%n)

3,Komii maamilaa xiqqaate (%)



68

73




70




73

3.Fayyadamummaa maamilaa guddisuu

4.Fayyadamummaa maamilaa guddate (%n)

85

88










88

Faayinsaansii

4.Gahumsaa fi bu’aa qabeessummaa baajataa fooyessuu

5.Gahumsa itti fayyadama baajataa dabale(efficiency) (%n)

83

87










87

5.Qisaasama qabeenyaa xiqqeessuu

6.Qisasama xiqqatee (%n)

9

7










7

Adeemsa Keessaa

6.Qorannoo fi qo’annoo bu’a qabeessummaa DhMMO guddisan geggeessuu (8%)


7.Qo’annoo fi qorannoo gaggeeffame (%)

54

61










61

8.Qaawwa humna raawwachiisumma guutame (lakk)

65

71










71

9.Dhaabbilee misooma bu’aa qabeessa ta’an (lakk)

61.5

63.5










63.5

10.Rakkoo DhMMO qorannoon adda bahe (lakk)

1

2










2

11.Sadarkaa DhMMO adda bahe (lakk)

1

2










2

12.Gosa hojii biizinasii dagaage (business diversification) (%)

58

62










62

7.Qorannoo qaawwaa gabaa geggeerssuu

13.Qaawwa gabaa adda ba’ee (lakk)

1

2










2




9.Muuxannoowwan gaggaarii qindeesuudhaan babal’isuu

16.Baay’ina muuxannoo gaarii qindaa’an (lakk)

3

6

1

2

1

2

18.Muuxannoowwan gaarii babal’atan( lak)

2

4

1

1

1

1

10.Kenna tajaajilaa fooyessuu

19.Komii maamilaa xiqqaate(%n)

30

25

28




25

25

20.Kenna tajaajilaa foyya’ee (%n)

70

76

72

73

74

76

21.Humna raawwii ATTDhMMO dabale (%dhaan)

86.5

89










89

Ijaarsa Dandeettii

11.Dandeettii raawwachiisummaa hoggantootaa fi hojjettootaa fooyyessuu

22.Hoggantootaa fi hojjettoota leenjii yeroo dheeraa fudhatan ( Lakk)

1

2










2

23.Hoggantootaa fi hojjettoota leenjii yeroo gabaabaa fudhatan ( Lakk)

200

300










300

12.Dhiyeessaa fi itti fayyadama teeknoloojii fooyyessuu

24.Humna namaa teeknoloojiitti fayyadame (%n)

91

93










93

25.Uwwisa dhiyeessi teknooloojii dabale (%n)

60

65

62

63

64

65

26.‘MIS’diriire %)

75

81

76

77

79

81

13.Aadaa fi naannoo hojii fooyyessuu

27.Gad-lakkisa hojjettootaa xiqqaate (%n)

4

3

3.8

3.6

3.2

3

28.Itti quufinsa hojjetoota dabale (%n)

73

78

75

75




78


7.4 Iskoor Kaardii Daarektooreetii Hojii Bulchiinsa Qabeenya Humna Nama

Kallattii madaallii

Kaayyoo tarsiimo’aa

Safartuulee kaayyoo

Raaw

2008

Karo

2009

Manii 2009 kurmaanan

Kur 1ffaa

Kur 2ffaa

Kur 3ffaa

Kur 4ffaaa

Maamil

Amantaa maamilaa dabaluu

Amantaa maamilaa dabale %n

64

70




67




70

Itti quufinsa maammilaa dabaluu

Itti quufinsa maamilaa dabale (%n)

68

73




70




73

Fayyadamummaa maamilaa guddisuu

Fayyadamummaa maamilaa guddate (%n)

85

88










88

Faayinsaansii

Gahumsaa fi buáa qabessummaa baajataa fooyessuu

Gahumsa itti fayyadama baajataa dabale(efficiency) (%n)

83

87










87

Qisaasama qabeenyaa xiqqeessuu

Qisasama xiqqatee (%n)

9

7










7

Adeemsa Keessaa

Madaallii raawwii hojii hojjetootaa hordofuun hojii irra olchuu

Daarektooreetiwwan/kutaalee hojii madaallii rawwii hojjetootaa sirnaan hojii irra olchan (%)

91

92










92

Hordoffi fi deeggarssa raawwii hojii hojjetoota irratti taasifame (%)

84

86

85

85.5

85.8

86

Qajeelfamoota fayyaa hojjetootaa fi iddoo/naannoo hojii mijataa ta’ee (healthy and safe work environment) irratti bahe hojii irra oolchuu

Carraa rakkina fayyaaf saaxilamuu hir’ate %


97

98










98

Naamusa hojjetootaa hordofuun fooyyeessuu

Naamusa hojjetootaa fooyya’e %

90

93










93

Paakeejii faayidaalee adda addaa hojjetootaa hojii irra oolchuu

Paakeejii faayidaalee hojjetootaa hojii irra oole %

86

88










88

Seera, dambii fi qajeelfama bulchiinsa human namaa hojiirra oolchuu

Raawwii seeroota, danbilee fi qajeelfamootaa %

97

97.5










97.5

Odeeffannoo caasaa humna namaa mana hojichaa qindeessuun qaama dhimmi ilaaluuf dhiyeessuu

Odeeffannoo qabeenya humna namaa qulqullu fi yeeroo isaa eeggatee dhiyaate %

97

97.5










97.5

Gurmaa’insa gitoota hojii qorachuun hoggansa mana hojichaatiif dhiyeessu

Gahee hojii fi itti gaafatamummaa ifaan adda bahe %

97

97.5










97.5

Ijaarsa Dandeettii

Dandeettii raawwachiisummaa hoggantootaa fi hojjettootaa fooyyessuu

Hoggantootaa fi hojjettoota leenjii yeroo dheeraa fudhatan ( Lakk)

1

1










1

Hoggantootaa fi hojjettoota leenjii yeroo gabaabaa fudhatan ( Lakk)

8

8










8




Ga’ee hojjattootaa Digrii 1ffaa fi isaa ol qaban dabale (%n)

3

5










5

Dhiyeessaa fi itti fayyadama teeknoloojii fooyyessuu

Humna namaa teeknoloojiitti fayyadame (%n)

91

93










93

Uwwisa dhiyeessi teknooloojii dabale (%n)

60

65

62

63

64

65

‘MIS’diriire (lakk)

75

81

76

77

79

81

Aadaa fi naannoo hojii fooyyessuu

Gad-lakkisa hojjettootaa xiqqaate (%n)

4

3

3.8

3.6

3.2

3

Itti quufinsa hojjetoota dabale (%n)

73

78

75

75




78

Yüklə 1,01 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10   11




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin