|
Karoora humna Namaa fi Faayinaasii ATTDhMMO
|
səhifə | 7/11 | tarix | 17.01.2019 | ölçüsü | 1,01 Mb. | | #99681 |
| 5.1 Karoora Humna Namaa
Lakk
|
Mata dure
|
Safa
|
Karoora waggaa
|
kurmaa
|
1ffaa
|
2ffaa
|
3ffaa
|
4ffaa
|
1
|
Qaxarrii
|
Lakk
|
7
|
|
4
|
3
|
|
|
|
|
|
|
|
|
|
2
|
jijjiraa
|
Lakk
|
|
|
|
|
|
|
|
|
|
|
|
|
|
3
|
Sadarkaa guddinaa
|
Lakk
|
2
|
|
2
|
|
|
Cuunfama karooraa Faayinaasii Mana hojii ATTDhMMO Bara 2009 /Qr/
Lakk
|
Mata duree
|
Tilmaama Baajataa
|
|
Ida’ama Baajataa Iddillee
|
11,455,711.00
|
1
|
Mindaa hojetootaa dhaabbii
|
4,217,557.00
|
2
|
Meeshaalee fi Tajaajjilawwan
|
6,596,229.00
|
3
|
Qabeeyna dhaabbii fi Ijaarsaa
|
500,000.00
|
4
|
Kaffalittiiwaan Biroo
|
141,925.00
|
|
Ida’ama Invastmantii Mootummaa
|
312,000,000.00
|
5
|
Kaapitaala Ka’umsa IDO cod (004)
|
150,000,000.00
|
6
|
Kaapitaala Ka’umsa IIDO cod (005)
|
162,000,000.00
|
|
Ida’ama Waliigala
|
323,455,711.00
|
Kutaa III Yaadoowwanii fi Soodaawwan (Assumptions and Risks)
ATTDhMMO rakkoolee fi hanqinoolee adda baahaniif fala ka'uuf karoora Bara 2009 keessatti kallattilee gurguddoo armaan gadii qabatee hojii keessa galuuf qophaayee jira.
-
Hojiin hojjetamu kami iyyuu raayyaa fi raayya qofaan hojjechuu
-
Hojiin hojjetamu hundaa ilaalchaa fi gocha kiraassasabdumaa karaa dhabamsiisuun raawwachuu fi dadhabsiisaa deemuudha.
-
Riifoomii bifa guutuu fi walitti hidhamiinsa qabuun hojiira oolchuu
-
Hojii fi karoora mana hojichaa karaa hirmaachisaa fi dimokiraatawa ta’een raawwachuu. akkasumas qindoomina sekterootaa dabaluu
-
Leenjii, Marii fi gamaaggama adda addaa geggesuun human dandeetti raawwachistumaa geggessitootaa fi raawwatootaa cimsuu
-
Hojiilee hojjatamu kamuu walitti hidhamnisaa fi qindoomina maamilaan raawwachuu
-
Qajeelfamaa fi hojimaata hojii mootummaa diriirse kabajuu fi kabachiisuu
Dostları ilə paylaş: |
|
|