Humna Namaa Qabatamaan Hojii Irra Jiru:-
-
Miseensotaa Poolisii Dhi 2565 Dub. 434 Ida’ama……………………………2999
-
Hojjettoota Siviilii Dhi 74 Du 77 Ida’ama …………………………………...151
-
Ida’amaa Dhi. 2639 Dub. 511 Waligala……………………………………….3150
Humna Nama Qacaramee
Bara
|
Kaaroora
|
Raawwii
|
2003
|
607
|
325
|
2004
|
607
|
240
|
2005
|
607
|
340
|
2006
|
607
|
208
|
2007
|
607
|
489
|
Ida’ama
|
3035
|
1603
|
-
Xiinxala Raawwii Hojii KGT–I (2003-2007)
14.1. Kallattii Madaallii Afraniin
14.1.1. Kallattii Maamilaa tiin
Kaayyolee tarsiimo’aa kallattii madaallii kana jalatti argaman sakatta’insa yaada maamilaa fi itti quufinsaa yeroo yerootti taasifamuun raawwii hojilee ijoo fi gurguddoo irratti akka mana hojii keenyaatti sadarkaa maal irra akka jirru adda ba’ee akka beekamuuf hojiin hojjetamaa turee jira.
Haaluma kanaan:-
-
Amantaa Uummataa Guddisuu Irratti
-
Karoora ………………………………………………………………...%94
-
Raawwii………………………………………………………………%92.5
-
Karoora…………………………………………………………………………………………%94
-
Raawwiin ………………..……………………………………………………………………%93
-
Karoora………………………………………………………………………………………… %85
-
Raawwii …………………………………………………………………………………%84.75
Haa ta.u malee kallattii madaallii kana keessatti hojiileen hojjetman KGT 2ffaa keessatti xiyyeeffannaa guddaan itti kennamee hojjetamuu akka qabu ni agarsiisa.
Dostları ilə paylaş: |