|
|
səhifə | 35/51 | tarix | 10.01.2022 | ölçüsü | 0,68 Mb. | | #98840 |
| 14.2.2. Hanqinaalee Waliigalaa
-
Rakkoo hudhaalee 3’n(gama ilaalchaa, dandeettii fi dhiyeessiitiin) jiru guutumaan-guutuutti caasaa keenyaa keessaa dhabamsiisuu fi hiikuu dhabuu.
-
Hojii sirreessaa sirreeffamtoota seeraa irratti hojjetamu manneen sirreessaa keenya hunda keessatti bifa wal fakkaatuun wal qixa dhaqabamaa taasisuu dhabuu.
-
Hojiiwwan karoorfame keessaa darbee-darbee waantotni muraasa ta’an hanqiana baajataatiin walqabatee akkaataa barbaadamutti guutumaan-guutuutti raawwatamuu dhabuu.
-
Miseensota keenya biratti hanqina naamusaa darbee-darbee calqisuu fi hanqina to’anaa fi hordofii hooggansa bira jiru irraa kan ka’e badiinsa sirreeffamtoota seeraa guutuumaa-guutuutti dhabamsiisuu dhabuu.
-
Dandeettii raawwachuu fi raawwachiistummaa hooggantoota biratti jijjiirumsi jiru wal-fakkaachuu dhabuu.
Dostları ilə paylaş: |
|
|