Komishinii bulchiinsa manneen sirreessaa oromiyaatti


Kallatti Arfaniin Hojiwwan Raawwatamuu Qaban



Yüklə 0,68 Mb.
səhifə38/51
tarix10.01.2022
ölçüsü0,68 Mb.
#98840
1   ...   34   35   36   37   38   39   40   41   ...   51
Kallatti Arfaniin Hojiwwan Raawwatamuu Qaban

  1. Kallatti Madaallii Ijaarsa Dandettitiin

    1. Ga’uumsaa fi Dandeettii Raawwachiftummaa Cimsuu Ilaalchisee

Qabeenyi humna namaa meeshaalee, faayinaansii fi odeeffannoo jiru gara hojii qabatamaatti jijjiiruun hojjetaa gahumsaa fi dandeettii qabu uummachuuf sirna hoggansa qabeenya humna namaa cimaa ta’e diriirsuu, sirna qaxarrii, guddinaa fi jijjiirraa iftoominaa fi itti gaafatamummaa qabu gahumsa dandeettii fi raawwii hojii raawwattootaa cimsuun raawwachuudha. Haaluma kanaan :-

  • Humna Namaa Hojirra Jiru:-

  • Miseensa Poolisii

    • dhi. ……………………………………………………………………………………………………….2565

    • dub………………………………………………………………………………………………………… 434

    • ida’ama ………………………………………………………………………………………………..2999

  • Hojjetaa Sivilii

  • dhi. ………………………………………………………………………………………………………………74

  • dub. ……………………………………………………………………………………………………………..77

  • ida’ama……………………………………………………………………………………………………..151

  • Ida’ama Waliigalaa…………………………………………………………………………..3150

  • Humna namaa bara 2008-2012tti qacaramuu qabu

  • Miseensa Poolisii fi siviliidhaaan walitti
1   ...   34   35   36   37   38   39   40   41   ...   51




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin