Komishinii bulchiinsa manneen sirreessaa oromiyaatti


Hojii Haaromsaa fi Ijaarsa Manneen Sirreessaa KGT-2ffaa Keessaatti Raawwachuuf Karoorfame



Yüklə 0,68 Mb.
səhifə41/51
tarix10.01.2022
ölçüsü0,68 Mb.
#98840
1   ...   37   38   39   40   41   42   43   44   ...   51
Hojii Haaromsaa fi Ijaarsa Manneen Sirreessaa KGT-2ffaa Keessaatti Raawwachuuf Karoorfame :


Bara

Mana jireenyaa S/S

Daree barnootaa

Mana yaalaa (kilniks

Wirtuu leenjii ogummaa fi teknika

Bilookii haaraa ijaaruu

Bilookii ture haaromsu

Ida’ama

Daree haaraa ijaaruu

Daree ture haaromsu

Ida’ama

haaraa ijaaruu

Kan ture haaromsu

Ida’ama

haaraa ijaaruu

Kan ture haaromsu

Ida’ama

2008

23

5

18

10

20

30

2

2

4

-

1

1

2009

6

8

14

5

15

20

3

2

5

1

1

2

2010

2

12

14

7

5

12

2

2

4

1

1

2

2011

4

12

16

5

10

15

2

2

4

1

1

2

2012

5

10

17

2

2

4

2

2

4

-

1

1

Ida’ama

22

55

77

29

52

81

11

10

21

3

5

8

17.1.2. Nageenya Manneen Sirreessa Mirkaneessuu Ilaalchise
Nageenya manneen sirreessaa mirkaneessuuf tooftaalee eegumsaa keessaa fi alaa, ifaa fi dhoksaan sirr/seeraa mooraa keessaa fi mooraan alaa yeroo bakka adda addaatti bobba’an odeeffannoon deeggaramuun eegumsa manneen sirreessaa fi sirr/seeraa amansiisaa taasisuun nageenya mana sirreessaa fi naannoo isaa mirkaneessuu.

  • Eegumsaa fi nageenya manneen sirreessaa amansiisaa gochuun nageenya manneen sirreessaa mirkaneessuu.

  • Badinsa sirreffamtoota seeraa guutummaa guutuutti hambisuuf dhimmoota badiinsa sirr/seeraatiif ka’umsa ta’an irratti hojjachuu.

  • Odeeffannoo hojii eegumsaaf gargaaran sassaabuun hiikni itti kennamee hojii irra akka oolu taasisuu.

17.1.3. Hojii Jijjiirraa Amala Sir/Seeraa Ilaalchisee

Sirreeffamtoota seeraa haaraa gara mana sirreessaatti dhufan hundaaf kennuun akka tasgabba’an, haala jireenya mana sirreessaa hubatanii akka madaqanii fi jireenya kana keessatti jijjiirama amalaa akka fidan gorsa duraa kan kennamu ta’a.

  • Barumsa Hubannoo Ilaalchisee :

Qaamolee qooda fudhattoota adda-addaa waliin ta’uudhaan barumsa Hubannoo mata dureewwan garaa garaa (tarsiimoo fi imaammata mootummaa, heeraa fi seeraa, qabiinsa mirga namoomaa, barbaachisummaa fi faayidaa IMX’n gurmaa’uu, dhimma koorniyaa idileessuu, qulqullina dhuunfaa fi naannoo, baala sammuu adoochu, Miidhaa malaammaltummaan guddina biyyattii fi kkf) irratti sirr/seeraa manneen sirreessaa keessa jiran hundaaf kennuu.

  • Baruumsa Ga’eessota (Bu’uraa) :

Sirreeffamtoota manneen sirreessaa keessa jiranii fi carraa barachuu hin argatin turan hunda adda baasuun doofummaa keessaa akka bahaniif barumsi bu’uuraa kan kennamu ta’a.

  • Baruumsa Idilee Ilaalchisee :

Sirreeffamaa seeraa osoo barachaa jiru ykn baruumsa addaan kutee yakka raawwachuun gara mana sirreessaatti ergame hunda adda baasuun carraa barachuu akka argatan taasisuuf kan hojjatamu ta’a.

  • Biiroo Barnootaa waliin ta’uudhaan Manneen barumsaa istaandaardii isaanii eeggatan haarawaa ijaaruu, kanneen jiran suphuu fi babal’isuudhaan sadarkaa isaanii ol guddisuun hirmaannaa sirr/seeraa dabaluu.

  • Biiroo Barnootaa waliin ta’uudhaan Manneen sirreessaa 4 ( Allee,Gursum, J/Arjoo, Dalloo Mannaa ) barumsaa hanga saayikilii 1ffaa tti kennaa jiran gara saayikilii 2ffaatti ( hanaga ku. 8) tti ol guddisuu

Baruumsa Idilee Ilaalchisee

Manneen barumsaa saayikilii 2ffaa kennaa jiran keessatti haala qabatama naannoo isaanii irratti hundaa’uudhaan gara sadarkaa 2ffaatti ol guddisuu



3. Biiroo barnootaa waliin ta’uudhaan manneen baruumsa qophaa’inaa (pripaaratorii) barsiisaa jiran akka ciman taasisuun manneen sirreessaa keessatti haaraa bannuudhaan baruumsa qulqulina qabuu fi sirr/seeraa fayyadamoo taasisuun akka kennamu gochuu(Har/Bahaa, Shawaa bahaa fi GAONF)

  • Ejensii BLTO waliin ta’uudhaan Giddugaleessa leenjii ogummaa fi teeknikaa Sirr/seeraa Adaamaa loojestiksii fi ogeessaan guutuun sadarkaa fudhannaa isaa dabaluun dhi. 2000 Dub. 500 ida’ama nama 2500 haala gahumsaa fi qulqullina qabuun akka leenjiisu gochuu fi bara KGT-II kana keessatti gara sadarkaa leevilii arffafaa (4ffaa)tti ol guddisuu

      • Ejensii BLTO waliin ta’uudhaan Giddu galeessa leenjii ogummaa fi teeknikaa haaraa 3 (Sadii ) sadarkaa leevilii 2ffaa dabalataan banuu (Jimmaa, Har/Bahaa fi Wallaggaa bahaa)

      • Manneen sirreessaa hojii ogummaa huccuu dhahuu (shimaanaa) fi huccuu hodhaa sirr/seeraatiif kennaa jiran hunda hamayeessuun sirr/seeraa fayyadamoo akka ta’an taasisuu.

      • Biiroo misooma qonnaa waliin ta’uudhaan Giddu galeessa leenjii misooma qonnaa sirr/seeraa jiru cimsuunhaala bu’aa dabalata uumuun ”Agro process” gochuun gabaaf dhiyeessan mijeessuu( Jimmaa, Wallaggaa bahaa, fi Qel/Wallaggaa).

Hojii Baruumsa fi Leenjii Sirreefamtoota Seeraatiif Kennamu Ilaalchisee KGT-2ffaa Keessatt Raawwachuuf Karoorfame :

Gosa Barumsaa

2008

2009

2010

2011

2012

Waliigala

Dhi

Dub

Ida’ama

dhi

Dub

Ida’ama

dhi

dub

Ida’ama

dhi

Dub

Ida’ama

Dhi

dub

Ida’ama

dhi

dub

Ida’ama

Barumsa Tajaajila Gorsaa

9,550

300

9,850

9,550

300

9,850

9,550

300

9,850

9,550

300

9,850

9,550

300

9,850

47,750

1,500

49,250

Baruumsa Hubannoo

37,710

1,337

39,047

37,710

1,337

39,047

37,710

1,337

39,047

37,710

1,337

39,047

37,710

1,337

39,047

188,550

6,685

195,235

Baruumsa Idilee saykli 1ffa- qopha’inaatti

7,410

760

7,770

7,410

760

7,770

7,410

760

7,770

7,410

760

7,770

7,410

760

7,770

37,050

3,800

40,850

Baruumsa bu’uuraa

5,218

640

5,858

5,218

640

5,858

5,218

640

5,858

5,218

640

5,858

5,218

640

5,858

26,090

3,200

29,290

Barumsa (leenjii) ogummaa fi Teknikaa fi

14,200

460

14,660

14,200

460

14,660

14,200

460

14,660

14,200

460

14,660

14,200

460

14,660

71,000

2,300

73,300

Barumsa ogummaa qonnaa fi misooma beeyladaa

6,000

345

6,345

6,000

345

6,345

6,000

345

6,345

6,000

345

6,345

6,000

345

6,345

30,000

1,725

31,725

Sir/seeraa Gurmeessuun Hojii Keessaa Galchuu

5,400

600

6,000

5,400

600

6,000

5,400

600

6,000

5,400

600

6,000

5,400

600

6,000

27,000

3,000

30,000



Hojii sirreessa sirreeffamtootaa jijjiirraa amalaa keessaa inni tokko leenji ogummaa misooma beelladaa irratti kennamu yommuu ta’u horii (sangoota furdisuu) hoolaa fi re’ee furdisuu horsiisa horii Aannanii irratti leenjii kennuu.

Bu’uruma kanaan bara KGT 2ffa kanatti

Furdisa Sangootaa 5228 irra jiru waggaa waggaadhaan 3000 raawwachuudhaan gara 20,228 tti ol guddisuu

Furdisa Hoolaa fi Re’ee2246 irra jiru gara 6246 tti ol guddisuu

Horsiisa horii Aannanii 201irra jiru gara 401tti ol guddisuu

Homisha Aaannanii Litira 24,286.9 irra jiru gara Litira 74,286.9 tti guddisuu

Gaagura Aadaa fi Ammayyaa qopheessuudhaan homisha Dammaa KG 1384.5 irra jiru gara Kg 16,384.5 tti guddisuudhaan sirreeffamtoonni seeraa akka irratti leenji’anii fi galiin dhaabtichaa cimu ni taasifama.

Muuxannoowwan gaggaarii babal’isuu dhaan hojiiwwan misooma qonnaa adda addaa hojjetamu keessatti hirmaannaa fi bu’aa qabeessummaa sirreeffamatoota seeraa guddisuun

Lafa misooma qonnaa manneen sirreessaa qaban hunda karaa ammayyaawaa ta’een (Extension Package), rooba gannaa, jallisii fi boneetti fayyadamuudhaan miidhaan nyaataa, sanyii filatamaa adda addaa, kuduraa fi muduraa , biqiltuu dhaabbataa sanyii bunaa filatamaa misoomsuun sirreeffamtoonni seeraa leenjii gahaa ta’ee akka irratti argatan gochuu fi akkasumas lafa misoomaa jiru Ejensicha irraa ragaa abba qabeenyummaa kanneen hin qabneef akka bahuuf taasisuu.

1   ...   37   38   39   40   41   42   43   44   ...   51




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin