|
Sirna Hoggansa Odeeffannoo fi Qabiinsa Ragaa Ammayyeessuu
|
səhifə | 45/51 | tarix | 10.01.2022 | ölçüsü | 0,68 Mb. | | #98840 |
| 17.2.7. Sirna Hoggansa Odeeffannoo fi Qabiinsa Ragaa Ammayyeessuu
-
Qabiinsa ragaa sirreeffamtoota seeraa fi miseensota (hojettoota) mana hojichaa ”Daataa beeziin”’ qindaa’ee haala ammayyaa’een bakka hundatti akka qabamu gochuu.
-
Odeeffannoo haala nageenyaa manneen sirreessaa sadarkaa hundatti argamu qindeessuun hiika itti kennuun xiinxaluu
-
Istaatiksii Hojjettootaa, sir/seeraa fi qabeenyaa qabatamaa ta’e qopheessuun qaama sadarkaa sadrkaadhaan jiruuf dabarsuu.
-
Sirna hooggansa odeeffannoo fi qabiinsa ragaa dirriirsuun hojiiwwan raawwataman “automate” gochuudhaan qabiinsa ragaa ammayyeessuun qaama adda addaatiif odeeffannoo waayitaawaa fi ragaa qulqulina qabu akka argatu gochuu.
-
Hooggansa oddeeffannoo (MIS) fi qabiinsa ragaa hojii irra oolchuun tajaajila hundaa TQO’n akka deeggaramu taasisuun odeeffannoo fi ragaan yeroo barbaadame keessatti bakka barbaadametti tajaajilamtootaaf haala saffisaa fi qulqullina qabuun kennuu.
-
Meeshaalee fi ogeessota misooma TQO’f gargaaran guuttachuudhaan teeknooloojiin mana hojichaa keessatti akka babal’atu taasisuu
-
Web Site Komishinichaa banuun hojiirra oolchuu
Dostları ilə paylaş: |
|
|