|
Dagaagina Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa
|
səhifə | 47/51 | tarix | 10.01.2022 | ölçüsü | 0,68 Mb. | | #98840 |
| 17.2.8. Dagaagina Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa
-
Hojimaata malaammaltummaaf qaawa banuu danda’an qo’annaan addaan baasuun tarkaanfii sirreessaa fudhachuu
-
Seerotnii fi danbiiwwan naamusaa jiran miseensotaa fi hojjettoota biratti hubannoo gahaa akka argatan taasisuun hojiirra oolmaa isaa hordofuu
-
Tajaajila iftoominaa fi itti gaafatamummaa qabuu fi fedhii maammiltootaa guutu kennuudhaan amanamummaa uummataa mirkaneessuu.
-
Walitti dhufeenyi miseensotaa fi sirreeffamtoota seeraa gidduu jiru bu’uura seeraa qabaatee qajeelfamaa fi hojimaata iftoomina qabuun akka deeggaramu gochuu,.
-
Dhimma malaamaltummaa irratti sirreeffamtoota seeraa, miseensotaa fi uummata biratti ilaalcha gaarii ta’e fiduuf hojimaata ykn waltajjii marii waliinii hirmaachisummaa qabu diriirsuun iftoomina uumuu.
Dostları ilə paylaş: |
|
|