17.2.10. Qorannoo fi Qo’annoo Ilaalchisee
Hojii kana dhugoomsuuf sirna qo’annoo fi qorannoofooyessuun haala itti fufiinsa qabuu fi bu’a qabeesa ta’een diriirsuun qo’annoo fi qorannoo gaggeessuun bu’aawwan argamanii fi kan bu’a qabeessa ta’an, haala qabatamaa naannoo waliin wal-simsiisuun hojiirra oolchuu fi babal’isuun ni barbaachisa. Bu’uruma kanaan:-
-
Dhiyaatinsa nyaata sirreeffamtoota seeraa ilaalchisee qaama ilaallatu waliin ta’uun qorannoo fi qo’aannoon gaggeeffamuu qaba.
-
Hojimaata mana hojichaa fooyyeessuuf qorannoo fi qo’annoon bilchina qabu gaggeeffamuu qaba.
-
Dostları ilə paylaş: |