Komishinii bulchiinsa manneen sirreessaa oromiyaatti


Hojiwwan Hojjetamuu Qaban(Agarsiistuu)



Yüklə 0,68 Mb.
səhifə51/51
tarix10.01.2022
ölçüsü0,68 Mb.
#98840
1   ...   43   44   45   46   47   48   49   50   51
Hojiwwan Hojjetamuu Qaban(Agarsiistuu)

Safartuu

Ka’umsa,2003- 2007

Ma/Bara 2008-2012

Mannii KGT-II (2008-2012)

Qaama Raawwatu

2008

2009

2010

2011

2012










Manneen sirreessaa 4 ( Allee, Gursum, J/Arjoo, Dalloo Mannaa ) barumsaa hanga saayikilii 1ffaa tti kennaa jiran gara saayikilii 2ffaatti ( hanaga ku. 8) tti ol guddisuu

Lakk

20

20

4

4

4

4

4

Allee, Gursum, Arjoo fi Dalloo Mannaa

Manneen barumsaa saayikilii 2ffaa kennaa jiran 28 gara sadarkaa 2ffaa (Ku. 9-10) tti ol guddissuu

Lakk

2

28

3


14

20

25

28

Arsii Lixaa,Jimmaa fi Ha/Bahaa

Manneen barumsaa qophaa’inaa (pripaaratorii) hinqabne 6 keessatti haaraa haaraawwaa banuu (Arsii Lixaa, Har/lixaa, Jimmaa, , Qe/Wallaggaa fi Gujii )

Lak

2

7

-

3

4

6

7

Arsii Lixaa, Har/lixaa, Jimmaa, , Qe/Wallaggaa fi Gujii

Ijaarsa daree dabalataa fi suphaa sadarkaa eegate gaggeessuu

Lak

-

100

20

22

22

20

100

Manneen sirreessaa hunda

Teessumsaa baratootaa guutuu

Lak

-

2080

480

440

440

400

320

Manneen sirreessaa hunda

Gabatee Tarreeffama Hojii Fiizikaalaa (Action plan)

Kallattii Madaallii


Kaayyolee Tarsiima’aa

(Hoj/Gurgudd00)

Hojiwwan Hojjetamuu Qaban(Agarsiistuu)

Safartuu

Ka’umsa,2003- 2007

Ma/Bara 2008-2012

Mannii KGT-II (2008-2012)

Qaama Raawwatu

2008

2009

2010

2011

2012










Manneen sirreessaa keessatti ijaarsa kilinikootaa giddugaleessa haaraa raawwachuu,

Lakk

-

11

-

2

2

4

11

Man/ sir/ hunda

wiirtuulee misooma qonnaa dabalataan ijaaruu

Lak

4

5

-

1







5




Hirmaannaa baratootaa sirr/seeraa ol guddisuu:-




























Saayikilii 1ffaa

Na




5000

4700

4800

4900

5000

5000

4587

Saaykilii 2ffaa

Na

2151

4000

2500

3000

3500

4000

98




Sadarkaa 2ffaa

Na

302

1750

350

400

450

500

1750




Qophaa’ina

Na

90

800

220

400

500

700

890




Giddugaleessa leenjii ogummaa fi teeknikaa Sirr/seeraa Adaamaa sadarkaa amma irra jiru irraa gara sadarkaa leevilii arffafaatti (4) ol-guddisuu

%


25


98


70


75

80


95


98


GGLTOSSA

Sirreeffamtoota seeraa gurmeessuun hojii keessa galchuu ilaalchisee

Lak

22,893

52,893

28,893

34,893

40,893

46,893

52,893

Ma/Sirreessaa hunda

Waldaa tajaajila hawaasummaa sirreeffamtoota seeraa babalisuu ilaalchisee

Qar

20,618,510

60,618,510

28,618,510

36,618,510

44,618,510

52,618,510

60,618,510

Ma/Sirreessaa hunda

GGLTOSSA humna fudhannaa isaa dabaluun sirreeffamtoonni seeraa haala gahumsaa fi qulqulina qabuun akka leenjiisu gochuu.

Nama

1885


2900


900

1400

1900

2400

2900

GGLTOSSA

Gabatee Tarreeffama Hojii Fiizikaalaa (Action plan)

Kallattii Madaallii


Kaayyolee Tarsiima’aa

(Hoj/Gurgudd00)

Hojiwwan Hojjetamuu Qaban(Agarsiistuu)

Safartuu

Ka’umsa,2003- 2007

Ma/Bara 2008-2012

Mannii KGT-II (2008-2012)

Qaama Raawwatu

2008

2009

2010

2011

2012










Giddu galeessa leenjii ogummaa fi teeknikaa haaraa 3 (Sadii ) dabalataan banuu (Jimmaa,Ha/Bahaa fi Baha Wallaggaa)

Lak

1

4

-

2

3

-

4

Jim/,Ha/B/ fi Baha Wallaggaa

Misooma qonnaa haala ammayya’aa ta’een roobaa fi jalisiin raawwachuu

He

He 412

800

612

612

612

812

1212

Manneen sir/ hunda

Wirtuu misooma qonnaa (Prison farm) 5 Jimmaa, Baddallee, Ba/Wall/, I/A/Boor Wa/Lixaa fi Qell/Wallaggaa babalisuu.

Lak

_

5

5

_

_

_

5

KBMSO

Oomisha misooma irra argamuu qabu

Ku

22,253.13

62,253.13

30,253.13

38,253.13

46,253.13

54,253.13

62,253.13




Oomishaa Bunaa iraa argamu

Ku

677.34

2677.34

1077.34

1477.34

1877.34

2277.34

2677.34

Qe/Wa/, Wa/Lixaa, I/A/Booraa, Wa/Bahaa, Allee, Adoolaa, Baddallee

Horii (sangoota furdisuu)

Lak

5,228

20,228

3000

3000

3000

3000

3000

Manneen si/ hunda

Hoolaa fi Re’ee furdisuu

Lak

2,246

6,246

1000

1000

1000

1000

1000




Horsiisa horii Aanannii

Lak

201

401

100

100

100

100

100

Arsii, Ka/Sh, Roobee, I/A/B, Jimmaa, Baddallee, Ki/Li/Sha

Gabatee Tarreeffama Hojii Fiizikaalaa (Action plan)

Kallattii Madaallii


KaayyoleeTarsiima’aa

(Hoj/Gurgudd00)

Hojiwwan Hojjetamuu Qaban(Agarsiistuu)

Safartuu

Ka’umsa,2003- 2007

Ma/Bara 2008-2012

Mannii KGT-II (2008-2012)

Qaama Raawwatu

2008

2009

2010

2011

2012










Omisha Aananii ilaalchisee

Liti.

24,286.9

74,286.9

34,286.9

44,286.9

54,286.9

64,286.9

74,286.9

Arsii, Ka/Sh, Roobee, I/A/Booraa, Jimmaa, Baddallee, Ki/Li/Sha

Omisha dammaa ilaalchisee

Kg

1384.5

16,384.5

4384.5

7,384.5

10,384.5

13,384.5

16,384.5

Manneen sireessaa hunda

Biqiltuu bunaa qopheessuu

Lak

1,120,800

3,120,800

1520,800

1,920,800

2,320,800

2,720,800

3,120,800

Wa/Li/, Wa/Bahaa, Jimmaa, Gommaa, Baddallee Qellem, Allee, Adoolaa, I/A/Booraa

Biqiltuu buna dhaabuu

Lak

239,005

439,005

279,005

319,05

359,005

399,005

439,005

Wa/Li/, Wa/Bahaa, Jimmaa,I/A/Booraa, Gommaa, Qelam, Adoolaa, Allee

Biqiltuu muka bosonaa biqilchuu dhaabuu ilaalchisee

Lak

164,733

514,733

234,733

304,733

374,733

444,733

514,733

Manneen sir/hunda




Hirmaannaa uummataa,Ijaarsa raayyaa misoomaa fi Qindoomina qooda fudhattoota guddisuu

Biroosharii, Banariitiin footoo fi baruulee adda addaa qopheessuun qaama dhimmi ilaalatu akka qaqabu gochuu.

%

65

100

70

75

80

85

95

KBMSO

Yeroo qilleensaa bitachuun odeeffannoon haala mana hojichaa hawaasa bira akka gahu taasisuu

%

-

100

50

55

65

85

95

KBMSO

Gabatee Tarreeffama Hojii Fiizikaalaa (Action plan)

Kallattii Madaallii


KaayyoleeTarsiima’aa

(Hoj/Gurgudd00)

Hojiwwan Hojjetamuu Qaban(Agarsiistuu)

Safartuu

Ka’umsa,2003- 2007

Ma/Bara 2008-2012

Mannii KGT-II (2008-2012)

Qaama Raawwatu

2008

2009

2010

2011

2012










Kilabiin Hawwusoo akka komishinichaatti akka hundaa’u taasisuu

Lak

30

60

28

32

-

-

60

KBMSO

Hojimaata bulchiinsa gaarii fi Kenniinsa tajaajila fooyyeessuu

Hojiwwan riiformii sadarkaa sadarkaan alla hojiirra oolu taasisuu

%

80

100

85

90

95

100

100

Ma/ sir/ hunda

IJaarsa 1-5 hojjetoota ilaalchisee

Lak

421

630

462

503

544

585

630

Ma/ sirhunda

Adda duree cimsuun dabaluu

Lak

519

3019

1019

1519

2019

2519

3019

Manneen sirreessaa hunda

Sirna hoggansa odeeffannoo fi qabiinsa ragaa fooyyeessuu

Qabiinsa ragaa sirreeffamtoota seeraa fi miseensota (hojettoota) mana hojichaa ”Daataa beezini”’n qindaa’ee haala ammayyaa’een bakka hundatti akka qabamu gochuu.

%

70

100

75

80

85

90

100

Manneen sirreessaa hunda

Hooggansa oddeeffannoo (MIS) fi qabiinsa ragaa hojii irra oolchuun tajaajila hundaa TQOn akka deggaramu taasisuun

%

-

90

50

60

70

80

90

Manneen sirreessaa hunda




Hojimaata bulchiinsa gaarii fi Kenniinsa tajaajila fooyyeessuu

Hojimaata malaammaltummaaf qaawa banuu danda’an qo’annaan addaan baasuun tarkaanfii sirreessaa fudhachuu

%

70

100

75

80

85

90

100

Manneen sirreessaa hunda

Gabatee Tarreeffama Hojii Fiizikaalaa (Action plan)

Kallattii Madaallii


Kaayyolee Tarsiima’aa

(Hojjiileeurguddoo)

Hojiwwan Hojjetamuu Qaban (Agarsiistuu)

Safartuu

Ka’umsa,2003- 2007

Ma/Bara 2008-2012

Mannii KGT-II (2008-2012)

Qaama Raawwatu

2008

2009

2010

2011

2012




Kallatii Faayinaansii

Ga’uumsaa fi bu’aa qabeessummaa baajata fooyyeessuu

Ga’umsaa fi bu’a qabeessummaa baajataa fooyyessuu.

%

75

100

80

85

90

95

100

Manneen sirreessaa hunda

Faayinaansii

Bu’a qabeessummaa baajtaa

Maddawwan galii jiran babal’suudhaan uwwisa galii keessaa cimsuu

Qarshii

65,638,185

180,000.000

30,000,000

33,000,000

36,000,000

39,000,000

42,000,000

Manneen sirreessaa hunda

Itti fayyadama qabeenya fooyyessuu

Ittifayyadama qabeenyaa fooyyessuu.

%

85

100

87

90

93

96

100

KBMSO

Dhiyeessaa fi itti fayyadama teeknooloojjii

guddisuu



Bittaa konkolaatootaa

Mid-Baasii



Lak

6

13

8

10

13

16

19

Mini- baasii

Lak

7

19

9

11

13

16

19

Piik-appii

Lak

3

38

10

17

24

31

38

FSR (Isuzu)

Lak

-

5

-

1

3

-

5

Bottee bishaanii

Lak

-

4

-

1

1

-

4

Bottee Fincaanii

Lak

1

4

-

2

3

-

4

Ambulaansii

Lak

2

10

-

4

6

8

10

Mootor Baayiskilii

Lak

11

21

-

15

18

-

21

Kompitara

Lak

89

339

139

189

239

289

339

Laap-Toopii

Lak

26

76

36

46

56

66

76

Faaksii

Lak

3

43

11

19

27

35

43

Maashina Footoo-koppii

Lak

3

43

11

19

27

35

43

Neet woorkii (WAN) manneen sirr/hunda keessatti diriirsuu fi web saayitii banuu

Lak

1

37

13

25

-

-

37

KBMSO fi Godinaalee

Tarreeffama Hojii Fiizikaalaa (Action plan)

Kallattii Madaallii


Kaayyolee Tarsiima’aa

(Hojjiileeurguddoo)

Hojiwwan Hojjetamuu Qaban (Agarsiistuu)

Safartuu

Ka’umsa,2003- 2007

Ma/Bara 2008-2012

Mannii KGT-II (2008-2012)

Qaama Raawwatu

2008

2009

2010

2011

2012










Kaameeraa Footoo

Lak

10

46

20

30

40

-

46

KBMSO

Pirojektara LCD

Lak

3

23

8

11

14

17

23

Pirojektara LCD

Lak

3

23

8

11

14

17

23

Kaameera viidiyoo

Lak

1

21

6

11

16

-

21

Genereetara Ibsaa

Lak

-

28

7

7

7

-

28

Meeshaa sakatta’nsaa

Lak

-

38

10

19

24

30

38

CCTV(Security Camera)

Lak

-

18

5

10

15

-

18







Meeshaalee Waraanaa Kilaashii

>>

200

1000

200

200

200

200

200










Shugguxii

>>

4

270

54

54

54

54

54










Meeshaalee biroo (Brane,snap

>>

-

50

10

10

10

10

10










Rasaasa adda-addaa

>>

-

69040

13,808

13808

138 08

13808

13808










Uffannaa addaa (tuttaa) sirr/seeraaf ta’u bituu

Lak

-

30,000

6,000

12,000

18,000

24,000

30,000





Gabatee Tarreeffama Hojii Fiizikaalaa (Action plan)

Kallattii Madaallii


Kaayyolee Tarsiima’aa

(Hojjiileeurguddoo)

Hojiwwan Hojjetamuu Qaban (Agarsiistuu)

Safartuu

Ka’umsa,2003- 2007

Ma/Bara 2008-2012

Mannii KGT-II (2008-2012)

Qaama Raawwatu

2008

2009

2010

2011

2012




Maamila

Amantaa ummataa guddisu


Amantaa ummataa guddisu


%

92.5

100

94

96

97

98

100

Manneen sirreessaa hunda

Itti qufiinsa maamilaa guddisuu

Itti qufiinsa maamilaa guddisuu

%

93

100

95

96

87

98

100

Manneen sirreessaa hunda

Fayyadamummaa uummataa guddisuu


Fayyadamummaa uummataa guddisuu


%

95

100

95.5

96

97

88

100

Manneen sirreessaa hunda



  1. Karoora Hojii Piroojektoota bara 2008-2012

Lak

Tarkaanfilee Tarsiimo’aa Hojii piroojektii

Safartuu

2008-2012

Karoora Waggaa Shanii (Bara 2008-2012)

2008

2009

2010

2011

2012

1

Manneen Sirreessaa Magaalaan marfaman magaala keessaa baasuu

Biloo



















  • Godina Shawaa Bahaa

Biloo

6

2

4

6

-

-

  • Godina Baalee

Biloo

6

2

4

6

-

-

2

GAONF tiif waajira tajaajila hojiif oolu dabalatee mana jirreenyaa sirreeffamtoota seeraa ijaaruu fi kan jalqabame xumuruu

Biloo

11

6

3

2







3

Manneen sirreessaa dulloomaniif bakkuma jiranitti ijaarsi mana jireenyaa sirreeffamtoota seeraa Bilookii dabalataa akka raawwatamu gochuu

Biloo



















Aanaa Adoolaa

Bilo.

2

1

1










AanaaEjeree

Bilo.

2

1




1







Aanaa Dadar

Bilo.

1
















Aanaa Beddellee

Bilo.

1

1













Da/Mannaa

Bilo.

1

1













Ad/Tu/Ji/Kombolchaa

Bilo.

1




1










Aanaa Gursum

Bilo.

2

1




1







5

Aanaa Najjootti ijaarsi mana sirreessaa haaraa tokko waajjira isaa waliin raawwachuu

Bilo.

4

3

1










6

Gamoo wajjira koomishinii sadarkaa isaa eeggatee haaraa ijaaruu

%

100

25

75

100

-

-

7

Wiirtuu leenjii miseensotaa poolisii sadarkaa isaa eeggate tokko ijaaruu

%

100

50

75

100

-

-

8

Hospitaala waligalaa tokko ijaaruu

%

100

25

50

75

100

-




  1. Baajata Kaappitaalaa /Piroojektoota Gurguddoo

Lak

Piroojektoota Gurguddoo

Safa

Manii 2008-2012

Karoora Faayinaansii/Baajataa

Ida’ama

2008

2009

2010

2011

2012




1

Manneen Sirreessaa Magaalaan marfaman magaala keessaa baasuun haaraa ijaaruuf

Bilo.




  • Godina Shawaa Bahaa

Bilo.

6

4,000,000

4,000,000

4,000,000

0

0

12,000,000

  • Godina Baalee

Bilo.

6

4,000,000

4,000,000

4,000,000

0

0

12,000,000

2

Manneen sirreessaa dulloomaniif ijaarsaaf baajata barbaachisu

Bilo.




Aanaa Adoolaa

Bilo.

1

2,000,000

0

0

0

0

2,000,000

AanaaEjeree

Bilo.

3

2,000,000

2,000,000

2,000,000

0




6,000,000

Aanaa Dadar

Bilo.

3

2,000,000

2,000,000

2,000,000

0

0

6,000,000

Aanaa Beddellee

Bilo.

4

2,000,000

2,000,000

2,000,000

2,000,000

0

8,000,000

Da/Mannaa

>>

4

2,000,000

2,000,000

2,000,000

2,000,000

0

8,000,000

Ad/Tu/Ji/Kombolchaa

>>

2

2,000,000

2,000,000

0

0

0

4,000,000

Aanaa Gursum

>>

2

2,000,000

2,000,000

0

0

0

4,000,000

3

Ijaarsa mana jireenyaa sirreeffamtoota seeraa mana sirreessaa GAONF eegalamee jiru xumuruu

>>

10

4,000,000

4,000,000

4,000,000

4,000,000

4,000,000

20,000,000

4

Aanaa Najjootti ijaarsi mana sirreessaa haaraan tokko waajjira isaa waliin raawwachuu

>>

4

2,000,000

2,000,000

0

0

0

4,000,000

5

Gamoo wajjira koomishinii sadarkaa isaa eeggatee ammaayyaa ta’e ijaaruuf


%

100

40,000,000

40,000,000

40,000,000

40,000,000

40,000,000

200,000,000

6

Wiirtuu leenjii miseensotaa poolisii sadarkaa isaa eeggate tokko ijaaruuf baajata barbaachisu

%

100

10,000,000

10,000,000

10,000,000

10,000,000

10,000,000

50,000,000

7

Hspitaala waliigalaa tokko sadsa rkaa naannootti ijaaruuf baajata qabame

%

100

10,000,000

10,000,000

10,000,000

10,000,000

10,000,000

50,000,000

Ida’ama Baajata Kaappitaalaa Piroojektootaa

94,000,000

92,000,000

86,000,000

68,000,000

64,000,000

404,000,000



  1. Baajata Baasiwwan Biroo Adda-Addaa tiif Barbaachisan

Lak

Baasiwwan Biroo

Safart

Baajata Baasii Biroo Waggaa Shanii (Bara 2008-2012)

Ida’ama

2008

2009

2010

2011

2012




1

Nyaata Sirreffamtoota seeraa tiif

Qar

154,056,887

164,000,000

172,000,000

176,000,000

180,000,000

846,056,887

2

Yaala Sirreeffamtoota seeraa tiif

Qar

10,000,000

12,000,000

14,000,000

16,000,000

18,000,000

60,000,000

3

Baajata hojii adeemsiftuu fi meeshaalee Dhaabbataa fi Dhumataa tiif

Qar

50,000,000

55,000,000

60,000,000

65,000,000

70,000,000

300,000,000

4

Mindaa hojjetootaa fi durgoolee adda-addaa tiif

Qar

143,157,767

153157767

163,157,767

173,158,930

183,005,690

815,637,921

Ida’ama

Qar

710,429,308

764,315,534

814,315,534

856,317,860

948,011,380

4,043,389,616



  1. Carraa fi Yaaddoowwan

    1. Carraa

  • Humni dargaggoo fi dubartootaa hojii nageenyaa irratti hirmaachaa jiraachuu

  • Hirmaannaa fi deeggarsi arjoomtootaa fi qooda fudhattootaa guddachaa dhufuu

  • Gudinni diinagdee akka naannoo fi biyyaatti itti fufiinsaan galmaa’u isaa hojii dhabdummaa hir’isuudhaan yakki akka hin babal’ane gumaacha qabaachu isaa

  • Kutannoon siyaasaa dimokiraasii, nageenyaa itti fufiinsa qabuu fi bulchiinsa gaarii mirkaneessuu jiraachuu isaa

  • Heeraa, seeroota, Imaammatoota, dambilee fi qajeelfamoonni hojii hojjechiisuu dandeessisan jiraachuu isaa

  • Muuxannoowwan gaggaarii fi hojimaata walii dabarsuu irratti qunnamtiin jalqabamee jajjabeessaa ta’u isaa

  • Baayinni humna namaa baratee gabaa irratti dabalaa dhufuu isaa

  • Teknooloojiiwwan ammayyaa fi bu’a-qabeessa ta’an jiraachuu isaanii

    1. Yaaddoowwan

  • Qaala’insa jireenyaa ol-ka’uu fi tasgabbiin gabaa jiraachuu dhabuun dhiyeessa nyaata sirreeffamtoota seeraa irratti midhaa qabaachuu

  • Baajatni dhaabbatichaaf ramadamu ga’aa ta’uu dhabuu

  • Galiin hojii misooma adda addaa irraa argamu haala qilleensaa,ol ka’iinsaa fi gadi bu’iinsa gatii gabaa irratti waan hundaa’uuf galiin argamu akka eegame ta’uu dhiisuu ni danda’a.

  • Dhaabbileen mormitoota ilaalcha siyaasa dogongooraa qaban sirreeffama seeraatti fayyadamuf yaaluu danda’u

  • Tatamsa’innii dhibee HIV/AIDS, Sombaa fi kan biroo jiraachuun isaa humna hojiif ooluu miidhuu danda’uu

  • Teekinoloojjii amayyaa guddachaa dhufuu irra kan ka’e sirreeffamtootni seeraa itti fayyadamuun midhaa geessuu fi odeeffannoo hin mallee dabarsuu danda’uu isaanii




  1. Sirna Karoora, hordooffii, gamaaggamaa, gabaasaa fi duub-deebii

  • Karoorri karaa guutuu ta’een orenteshiniin irratti kennamee qaama raawwatu hunda bira yeroon akka gahu taasisuu

  • Cheeklistiin karoorichi ittin hordoofamu sadarkaa hundatti qophaa’ee akka ittiin hordofamu gochuu

  • Gabaasa raawwii hojii akkaataa barbaachisummaa isaatti bilbilaan, barreeffaman(ji’aa fi kurmaana kurmaanaan) qindaa’ee qaama dhimmin ilaalatuuf akka ergamu taasisuu

  • Gamaagamnii fi deeggarsi hojii waggaatti yeroo 4 ykn akka barbachisummaa isaatti akka raawwatamu gochuu

  • Gamaaggama taasiffamu keessatti ciminaalee fi hanqinaalee mul’atan addaan baasuun duub-deebii irratti kennuun hojichi akka sirraa’u taasisuu.

  1. Bu’awwan Raawwii Karoora Kana Irraa Egaman

  • Rakkoolee gama hudhaalee sadan /ilaalcha,dandeettii fi dhyeessii dhabamsiisuudhaan ilaalchaa fi gocha kiraa sassaabdummaa hundeerraa hiikame.

  • Qabinsa mirga namoomaa sirreeffamtoota guutummaa guuutuutti mirkanaa’e

  • Tajaajila sirreessaa kennameen sirreeffamtoonni seeraa jijjiirama amalaa fi ilaalchaa fidanii lammii homishaa ta’uun gara hawwaasaatti makaman

  • Ijaarsa raayyaa jijjiiramaa guutummaatti hojiirra oole

  • Hojiiwwan misoomaa bu’aa leenjii ogummaa sirreeffamtoota seeraa tiin homishaa fi homishtummaa dabaluun uwwisa galii keessaa dabale

  • Dandeettii raawwachiistummaa dhaabbatichaa dabalee fi koorniyaa idilaa’e akkasumas jijjiirama ilaalchaa guutummaatti dhufe.

  • Raawwii karooraa kallattii barbaadamuun galma ga’ee fi bulchiinsi gaariin duiriiree hawwaasti amantaa irratti horate.

12.Yaada xumuraa

Hanqinaalee fi ciminaalee hojiilee bara KGT 1ffaa keessatti mul’atan irraa barachuudhaan muuxannowwan argaman hunda itti fayyadamuun hojiileen ijoo fi gurguddoo karoora kana keessatti qabaman kutannoo fi kaka’umsa caasaalee keenya sadarkaan jiraniin galma kaa;ame kana karaa milkessuun danda;amuun raawwachuuf karoorri KGT –II kun akkaataa armaan olitti jiruun qophaa’ee dhiyaateera.



 Adoolessa Bara 2007

Finfinnee

~ ~


Yüklə 0,68 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   43   44   45   46   47   48   49   50   51




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin