|
|
səhifə | 7/51 | tarix | 10.01.2022 | ölçüsü | 0,68 Mb. | | #98840 |
| Hanqinaalee Ijoo
-
Rakkoo hojimaata mana hojichaa keessatti mul’atan kan akka naamusaa, gosummaa fi ofittummaa sirreessuuf hanga ta’e itti haa deemamu malee ammas hojii kan barbaaduu yemmuu ta’u , Akkasumas rakkoo hudhalee sadan mana hojichaa keessa turan hojimaataan hiikama jechuun hanga dhumaatti duukaa bu’uu dhabuu.
-
Dandeettii raawwachiistummaa sadarkaa sadarkaan jiru cimsuuf sochiin jiru fooyyee kan qabu yoo ta’e illee bakka hundatti haala walfakkaatuun deemuu dhabuun fi naamusa miseensotaa sadarkaa hundattuu qixa barbadamuun sirreessuu dhabuu
-
Hordoffii fi deeggarsi sadarkaa adda addaatti taasifamaa ture hanga barbaadamuun ta’uu dhabuu.
Dostları ilə paylaş: |
|
|