|
|
səhifə | 9/51 | tarix | 10.01.2022 | ölçüsü | 0,68 Mb. | | #98840 |
| Haala Raawwattootaa
-
Raayyoomanii hojjechuuf kaka’umsii fi fedhiin hojii fooyya’aa kan dhufe ta’uu isaa. Akkasumas hanqina humna namaa jiru uwwisuuf boqonnaa malee hojjachuudhaan ergama mana hojichaa galmaan gahaa kana jiran ta’uu
-
Raayyaa ijaarame keessatti dandeettii, ogummaa fi muuxannoo qabaniin wal deeggaruu fi walirratti qabsaa’uun hanqinaalee jiran sirreessuuf sochiin taasifamaa ture gaari ta’uu isaa
-
Miseensonni tokko tokko Sirreeffamtoota seeraa waliin walitti dhufeenya hin malle uumuun sababa jijjiirraa, amakkiroo fi eyyama rakkoo hawaasummaa jedhuun ragaa sobaa (foorjidii) adda addaa- tiin darbee darbee gad-lakkisuun kan ture ta’uu.
-
Raawwattoonni sadarkaa-sadarkaan jiran tokko-tokko Ergama, mul’átaa fi duudhaalee mana hojichaa sirriitti adda baasanii beekuu dhabuu irraan kan ka’e karoora dhuunfaa/garee/ hojjechiisuu danda’u qopheessanii ittiin hojjechuu dadhabuu
-
Dostları ilə paylaş: |
|
|