Komishinii bulchiinsa manneen sirreessaa oromiyaatti


Biqiltuu Muka Bosonaa Biqilchuu Bhaabuu Ilaalchisee



Yüklə 0,68 Mb.
səhifə43/51
tarix10.01.2022
ölçüsü0,68 Mb.
#98840
1   ...   39   40   41   42   43   44   45   46   ...   51
Biqiltuu Muka Bosonaa Biqilchuu Bhaabuu Ilaalchisee




  • Raawwii KGT-I(2003-2007) lakk. 164,733

  • Galma KGT-II(2008-2012) Lakk. 350,000 irraan gahuu

1. Oomishaalee sirreeffamtootni seeraa IMX’n gurmaa’uun oomishamaniif haala gurgurtaa gabaa isaa mijeessuu.

2. Qaama dhimmi ilaallatu waliin ta’uudhaan haala lafti misoomaaf oolu itti argamuu danda’uu fi lafti kanaan dura bakka bu’iinsa malee fudhatamee fi kan biroo dabalataan haala itti argachuu danda’amu mijeessuudhaan harkaan ga’achuu fi hojii irra oolchuu.



17.2.4. Dhimmoota Komunikeeshinii Ilaalchisee

  • Hojiiwwan Ijoo manneen hojichaa keessatti hojjataman miidiyaatti fayyadamuun qilleensa irra akka oolu gochuun hawaasnii fi qaamni dhimmi ilaalu hubannoo gaarii akka argatu taasisuu. Fknf Biroosharii, Banariitiin footoo fi baruulee adda addaa qopheessuun qaama dhimmi ilaallatu akka qaqqabu gochuu.

  • Meeshaalee miidiyaa fi sab-qunnamtiif barbaachisaa fi ammayyaawaa ta’an akka guutaman taasisuun hojii sab-qunnamtii cimsuu. Dhaabbilee miidiyaa Mootummaa fi dhuunfaatti fayyadamuudhaan sochiin hojii komishinichaa hawaasa bira akka ga’uuf yeroo qilleensaa bitachuun odeeffannoon haala mana hojichaa hawaasa bira akka gahu taasisuu

  • Kilabiin Hawwisoo akka komishinichaatti akka hundaa’uu fi meeshaalee fi humna namaa tiin akka guutamu taasisuun sirreeffamtootni seeraa jijjiirama ilaalchaa fi amalaa akka fidan taasisuu.

  • Miinii miidiyaa qopheessuun sirreeffamtoonni seeraa akkaataa tajaajila argachuu danda’an mijeessuu

  • Pilazmaa manneen sirreessaa haalli mijataa ta’e keessatti akka guutamuu taasisuu

  • Asxaan mana hojichaa akkaataa barbadamuun bifa haaran maxanfamee manneen sirreessaa hunda bira akka gahu taasisuu


Yüklə 0,68 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   39   40   41   42   43   44   45   46   ...   51




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin