Komishinii bulchiinsa manneen sirreessaa oromiyaatti


Kallattii Faayinaansiitiin



Yüklə 0,68 Mb.
səhifə49/51
tarix10.01.2022
ölçüsü0,68 Mb.
#98840
1   ...   43   44   45   46   47   48   49   50   51
Kallattii Faayinaansiitiin

  1. Bu’aa Qabeessummaa fi Itti Fayyadama Baajataa fi Qabiinsa Qabeenyaa Foyyeessuu

Baajata ramadamu sadarkaa hundatti seera faayinaansii eeggatee karaa iftoominaa fi qulqullina qabuun%100 hojiirra akka oolu gochuu.Fknf



  • Raawwii KGT 2003-2007 biliyoona 1,136,501,308 qisasama tokko malee hojirra oolee jira

Karoora Baajata Hojii Idilee Waggaa Shanii

Lak

Gosa Baajataa

Mani Waggaa Shanii

2008

2009

2010

2011

2012

 1

Baajata Idilee

4,043,389,616

710,429,308

764,315,534

814,315,534

856,317,860

948,011,380

 2

Baaja/Kaappitaa

404,000,000

94,000,000

92,000,000

86,000,000

68,000,000

64,000,000

 3

Galii keessaa

30,000,000

33,000,000

36,000,000

39,000,000

42,000,000

180,000,000

Ida’ama

4,477,389,616

837,429,308

892,315,534

939,315,534

966,317,860

1,192,011,380

Galii keessaa fi humna baajataa ol guddisuun itti fayyadama isaa qisaasama tokko malee hojiirra oolchuun bu’aa qabeessummaa itti fayyadama bajataa fi qabiinsa qabeenyaa %100 dabaluu

Maddawwan galii jiran babal’suudhaan , maddawwan galii haaraa uumuudhaan fi wiirtuulee misooma qannaa jiran loojastikii fi humna namaatiin cimsuudhaan karaa iftoominaa fi qulqullina qabuun haala galiin keessa itti sassaabamuu foyyeessuun galii irraa uwwisa baajataa qar. 180,000,000irraan gahuudha.


Karoora Uwwisa Galii Keessaa Guddisuu:-

2008

2009

2010

2011

2012

Ida’ama

30,000,000

33,000,000

36,000,000

39,000,000

42,000,000

180,000,000



  • Rakkoo loojestiksii adda addaa kan akka konkolaatawwan, meeshaalee Biiroo dhaabbataa kkf bituun %100 guuttachuu

Karooraa Loojistiksiiwwan Adda Addaa Guuttachuu



La/L

Hojii Hojjatamu

2008

2009

2010

2011

2012

Ida’ama



Konkolataa gosa adda addaa

44

22

28

24

20

138







1000

270

50

69,040




56

949





Motor saayklii Aanaalee hin qabne hundaaf bituu

5

5

5

5

5

25

25




1000

270

50

69,040




56

949





Meeshaalee waraanaa gosa adda addaa

Kilaashi

200

200

200

200

200

1000

Shuguxi

54

54

54

54

54

270

Meeshaalee kannaan biro(bran,snyper, Meeshaa fanji,materias)

10

10

10

10

10

50



Rasaasa gosa adda addaa

13,808

13,808

13,808

13,808

13,808

69,040







1000

270

50

69,040




56

949





Meeshaalee Ittisa yakkaa (radiyoo, CCTV camera, meeshaa sakatta’iinsaa)

15

14

10

9

8

56



Meeshaalee elektrooniksii adda addaa (comp.,fax, printer..)

177

248

173

173

178

949







1000

270

50

69,040




56

949





      1. Hojiiwwa Proojektii Adda-Addaa Raawwatamuuf Karoorfaman

Gamoo wajjira komishinii sadarkaa isaa eeggatee ammaayyaa ta’e haala hojii fi hojjetaaf mijataa ta’e haaraa ijaaruun rakkoo gama dhiphina fi qulqullinaa bakka hojii salphisuun akka danda’amu gochuu

  • Manneen sirreessaa hunda keessatti imaammata fayyaa ittisa dhibee irratti xiyyeeffate hojiirra oolchuudhaan hojiin qulqullina mooraa, manas jireenyaa fi dhuunfaa sirreeffamtootaa seeraa xiyyeeffannaan itti kennamee kan hojjetamu ta’a.

  • Manneen jireenyaa hooggantootaa godinaalee irraa gara godinaaleetti yommuu jijjiiraman itti boqotan godinaalee haala mijataa ta’e qaban irratti ijaaruu, kanneen jiran suphuu fi haaromsuu dhaan tajaajilaaf akka oolan kan taasifaman ta’uu isaa.

  • Manneen jireenyaa (Kaampii )Miseensota Godinaalee hin qabne irratti hundeessuu fi kan jiran immoo haaromsii fi suphaan kan taasifamuuf ta’uu isaa

  • Wiirtuu leenjii miseensota poolisii sadarkaa isaa eeggate tokko akka hundeeffamu kan taasifamu ta’uu isaa

  • Sadarakkaa Naannootti Hospitaalli waliigalaa tokko magaala Buraayyuutti kan ijaaramuu fi tajaajila yaala sirreeffamtoota seeraa fi miseensotaa akka oolu kan taasifamu ta’a

Karoora Piroojeektii Haala Naannoo Hojii Mijeessuu

Lakk

Hojii Hojjatamu

Waggaa Waggaan Sadarkaan Raawwiin Irra Gahuu Qabu %’n

Ida’ama

2008

2009

2010

2011

2012



Rakkoowwan mana jireenyaa fi iddo ciisichaa Sirreeffamtoota seeraa

25%

50%

85%

100%

-

100%



Mana Leenii Miseensota Poolisi Manneen sirreessaa haaraa hundeessuu

10%

85%

100%




-

100%



Hospitaala tajaajila miseensota poolisii fi Sirreeffamtoota Seeraa ijaaruu

10%

65%

100

-

-

100%



Mana jireenyaa hoggantoota manneen sirreessaa bakka mijataa ta’etti ijaaruu

10%

50%

85%

100%

-

100%



Kaambii (iddoo jireenyaa) miseensota poolisii manneen sirreessaaijaaruu.

10%

50%

85%

100%

-

100%



Manneen jireenyaa dargaggoota balleessitoota mooraa fi manaan adda baasuu

10%

50%

85%

100%

-

100%



Giddu galeessaa teknikaa fi ogummaa sireeffamtoota seeraa Adaamaa sad. olguddisuu fi haaraa 3 ijaaruu

10%

50%

85%

100%

-

100%



Wirtuu misooma qonnaa afran jiran sad. Isaa olguddisuu fi haaraa 1 hundeessuu

10%

50%

85%

100%

-

100%



    1. Kallatti Maamilaatiin

      1. Amantaa Ummataa Guddisu

  • Sirreeffamtoonni seeraa miseensi nageenya nannoo koo halkanii fi guyyaa na eegaa jira jedhanii akka itti amanan, ofifis keessatti qooda akka fudhatan taasisuun amantaa uummatni mana hojichaa irraa qabu akka cimu gochuu.

  • Raawwii KGT-I (2003-2007) %92.5

  • Galam KGT-II (2008-2012) %100 irraan gahuu

      1. Itti Qufiinsa Maamilaa Guddisuu

  • Tajaajila qulqullina qabuu fi bu’aa bahii malee dhiyeenyaa fi bakka jirutti akka argatu taasisuuf sirni isaa diriire bu’a qabeessummaan hojii irra ooluu isaa hordofuu fi gamaaggamuun irratti hojjachuudhaan mirkaneessuu

  • Itti quufinsa maamila guddisuuf unkaalee garagaraa qopheessuun ji’a fi kurmaana kurmaanaan xiinxala gaggeessuun sadarkaa uummanni amantaa mana hojichaa irraa qabu adda baasuun irratti hojjechuu

  • Raawwii KGT-I(2003-2007) %93

  • Galam KGT-II(2008-2012) %100irraan gahuu


      1. Yüklə 0,68 Mb.

        Dostları ilə paylaş:
1   ...   43   44   45   46   47   48   49   50   51




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin