|
Fayyadamummaa Uummataa Guddisuu
|
səhifə | 50/51 | tarix | 10.01.2022 | ölçüsü | 0,68 Mb. | | #98840 |
| Fayyadamummaa Uummataa Guddisuu
Hojiiwwaan sirreessaa (tajaajiila gorsaa, barumsa qalamaa, leenjii ogummaa fi hojiiwwan misoomaa irratti hirmaachisuu) mirga namoomaa sirreeffamtoota seeraa kabajuu fi kabachiisuu, fedhiiwwan bu’uuraa fi tajaajila hawaasummaa guutuu) irraa maamilli fayadamaa akka ta’u gochuu
-
Raawwii KGT-I (2003-2007) %84.75
-
Galama KGT-II (2008-2012) %100 irraan gahuu taa’eera.
-
Gabatee Tarreeffama Hojii Fiizikaalaa (Action plan)
Kallattii Madaallii
|
Kaayyolee Tarsiima’aa
(Hoj/Gurgudd00
|
Hojiwwan Hojjetamuu Qaban(Agarsiistuu)
|
Safartuu
|
Ka’umsa,2003- 2007
|
Ma/Bara 2008-2012
|
Mannii KGT-II (2008-2012)
|
Qaama Raawwatu
|
2008
|
2009
|
2010
|
2011
|
2012
|
|
Ijaarsa dandeetii
|
Dandeetii raawwachistummaa hoggantootaa fi raawwatoota fooyyeessuu
|
Ga’umsaa fi Dandeettii Miseensotaa fi Hojjettootaa Cimsuu:-
|
%
|
62
|
90
|
68
|
68
|
76
|
84
|
90
|
Manneen sirreessaa hunda
|
Qacarrii miseensota poolisii haaraa raawwachuun leenji’anii hojii irratti akka bobba’an gochuu.
|
Nam
|
2999
|
3711
|
700
|
730
|
740
|
761
|
780
|
KBMSO
|
Qacarrii hojjettootaa fi ogeessota adda addaa raawwachuun guuttachuu.
|
Nam
|
151
|
633
|
105
|
125
|
130
|
130
|
143
|
KBMSO
|
Miseensota ulaagaa guutan ogummaa yaalaa irratti akka leenji’an gochuun
|
>>
|
-
|
150
|
30
|
30
|
30
|
30
|
30
|
KBMSO
|
Hooggantoota sadarkaa adda addaarra jiraniif leenjii ga’umsa isaanii cimsu kennuu.
|
La
|
265
|
272
|
272
|
272
|
272
|
272
|
272
|
KBMSO
|
Raawwattoota ykn ogeessota hojii adda addaa irratti ramadamanii leenjii ga’umsa dandeettii raawwachiistummaa
isaanii cimsu kennuu
|
Lak
|
2878
|
7222
|
3572
|
4378
|
5278
|
6222
|
7222
|
Manneen sirreessaa hunda keessatti
|
Gabatee Tarreeffama Hojii Fiizikaalaa (Action plan)
Kallattii Madaallii
|
Kaayyolee Tarsiima’aa
(Hoj/Gurgudd00)
|
Hojiwwan Hojjetamuu Qaban(Agarsiistuu)
|
Safartuu
|
Ka’umsa,2003- 2007
|
Ma/Bara 2008-2012
|
Mannii KGT-II (2008-2012)
|
Qaama Raawwatu
|
2008
|
2009
|
2010
|
2011
|
2012
|
|
|
|
Miseensota eegumsaaf leenjii haaromsaa kennuu
|
La
|
751
|
3711
|
1451
|
2181
|
2921
|
3682
|
4462
|
KBMSO
|
|
Sirnagurmaa’iinsa, hoggansa fi bobba’iinsa qabeenya humna namaa fooyyeessuu
|
Miseensota gulantaa guddina gonfoo argachuu qabaniif akkaataa ulaagaa ta’een kennuu
|
La.
|
1747
|
3699
|
440
|
1180
|
2079
|
3259
|
3699
|
KBMSO
|
|
|
Miseensotaa fi hojjettootaaf carraa barumsaa biyyaa keessaa fi biyya alaa kennuu
|
Lak
|
193
|
300
|
60
|
60
|
60
|
60
|
60
|
Manneen sirreessaa hunda
|
|
|
Humna kora bittinneessaa cimaa tokko hundeessuun nageenya manneen sirreessaa akka darran mirkana’u gochuu
|
|
|
|
|
|
|
|
|
|
Gabatee Tarreeffama Hojii Fiizikaalaa (Action plan)
Kallattii Madaallii
|
Kaayyolee Tarsiima’aa
(Hoj/Gurgudd00)
|
Hojiwwan Hojjetamuu Qaban(Agarsiistuu)
|
Safartuu
|
Ka’umsa,2003- 2007
|
Ma/Bara 2008-2012
|
Mannii KGT-II (2008-2012)
|
Qaama Raawwatu
|
2008
|
2009
|
2010
|
2011
|
2012
|
Adeemsa
Keessaa
|
Sirna haqaa, nageenyaa, kabajamuu mirga namooma, amala sirreessuu fi ol’aantummaa seeraa mirkaneessu fooyyeessuu
|
Heeraa fi Seera biyyattii hojiirra oolchuudhaan olaantummaa seeraa fi qabiinsa mirga namoomaa sirreeffamtoota seeraa mirkaneessuu
|
%
|
-
|
100
|
100
|
100
|
100
|
100
|
100
|
Manneen sirreessaa hunda
|
Dargaggoota balleessitootaa mana sirreessaa hunda keessa jiran sirreeffamtoota seeraa kaan irraa manaa fi mooraan adda baasuun akka qabaman gochuu
|
Lakk
|
1
|
35
|
10
|
20
|
30
|
33
|
36
|
Mana sirreessaa hunda
|
Siree ciisichaa irraa fi jalaan ciibsuu fi Firaashii ispoonjii bituudhaan sirreeffamtootni seeraa tajaajila gaarii akka argatan gochuu.
|
%
|
-
|
100
|
60
|
70
|
80
|
90
|
100
|
Manneen sirreessaa hunda
|
Manneen sirreessaa hunda keessatti hojiin ijaarsaa fi tajaajila Baayoo gaazii akka babal’atu taasisuu.
|
Lak
|
36
|
7
|
14
|
21
|
28
|
35
|
36
|
Manneen sirreessaa hunda
|
Manneen sirreessaa mana baruumsaa hin qabne lama keessattii hanga saayikilii lammaffaatti banuu
|
Lakk
|
33
|
-
|
2
|
-
|
-
|
-
|
36
|
(GAONF fi Aanaa Najjoo)
|
Manneen jireenyaa hooggantootaa godinaalee ijaaruu
|
Lak
|
2
|
19
|
5
|
8
|
11
|
15
|
19
|
KBMSO
|
Gabatee Tarreeffama Hojii Fiizikaalaa (Action plan)
Kallattii Madaallii
|
Kaayyolee Tarsiima’aa
(Hoj/Gurgudd00)
|
Hojiwwan Hojjetamuu Qaban(Agarsiistuu)
|
Safartuu
|
Ka’umsa,2003- 2007
|
Ma/Bara 2008-2012
|
Mannii KGT-II (2008-2012)
|
Qaama Raawwatu
|
2008
|
2009
|
2010
|
2011
|
2012
|
|
|
|
Manneen jireenyaa (Kaampii )Miseensotaa ijaaruu
|
Lak
|
-
|
36
|
7
|
14
|
21
|
28
|
36
|
KBMSO
|
Eegumsaa fi nageenya manneen sirreessaa amansiisaa gochuun nageenya manneen sirreessaa mirkaneessuu
|
%
|
-
|
100
|
100
|
100
|
100
|
100
|
100
|
Manneen sirreessaa hunda
|
Badinsa sirreffamtoota seeraa guutummaa guutuutti hambisuu
|
%
|
-
|
100
|
100
|
100
|
100
|
100
|
100
|
Manneen sirreessaa hunda
|
Hojii sirreessaa irratti gama hundaan ciminaan hojjachuudhaan fayyadamummaa sirreessaa seeraa % 100 irraan gahuu
|
%
|
65
|
100
|
70
|
75
|
85
|
95
|
100
|
Manneen sir/ hunda
|
Barumsa Hubannoomata dureewwaan adda addaa irratti kennuu.
|
%
|
70
|
100
|
75
|
80
|
85
|
90
|
100
|
Manneen sir/ hunda
|
Manneen barumsa idilee istaandaardii isaanii eegatan haarawaa ijaaruu, kanneen jiran suphuu fi babal’isuudhaan sadarkaa isaanii ol-guddisuu
|
%
|
60
|
98
|
65
|
75
|
85
|
95
|
98
|
Manneens sirreessaa hunda
|
Manneen sirreessaa mana baruumsaa hin qabne lama keessattii hanga saayikilii 1ffaatti kutaa 1-4tti banuu (GAONF fi Aanaa Najjoo)
|
%
|
90
|
50
|
60
|
70
|
80
|
90
|
100
|
GAONF fi Aanaa Najjoo
|
Gabatee Tarreeffama Hojii Fiizikaalaa (Action plan)
Kallattii Madaallii
|
Kaayyolee Tarsiima’aa
(Hoj/Gurgudd00)
|
|
Dostları ilə paylaş: |
|
|